Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muudan
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muudan.
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 152 olitti shallagaman to’atamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 52 olitti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumruukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii…
Walharkaa fuudhiinsi meeshaalee waraanaa guguddaa eegalamuun waliigalteen nageenyaa qabatamaa ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa ABUT harkaa meeshaalee waraanaa guguddaa fuuchuu eegaluun waliigalteen nageenyaa qabatamaa ta’uu eegaluu kan argisiisuudha jedhan…
Magaalichatti Ayyaanonni Kataraafi Cuuphaa nagaan kabajamuu haala danda’anirratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaanonni Kataraafi Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee haala kabajamuu danda’anirratti mariin gaggeeffamuu ibsame.
Biiroon…
Dippiloomaasii diinagdee, siyaasaafi aadaaf xiyyeeffannoon kennamee hojjetama-Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Dippiloomaasii diinagdee, siyaasaafi aadaaf xiyyeeffannoon kennamee kan hojjetamu ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo…
Aadde Adaanach Abeebeen garee Kubbaa Miilaa Qiddus Goorgisiifi Buna Ityoophiyaa waliin mari’atan
Amajjii 3, 2015(FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen garee Kubbaa Miilaa Qiddus Goorgisiif Buna Ityoophiyaa akkasumas deeggartoota garee biyyaalessaa waliin mari’atan.…
Humnoota finxaaleyyiirratti qabsaa’uuf waloon akka hojjetan qondaaltonni Paartii Badhaadhinaa…
Humnoota finxaaleyyiirratti qabsaa’uuf waloon akka hojjetan qondaaltonni Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa fi Amaaraa ibsan
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Humnoota finxaaleyyiirratti…
Ijaarsi CDC tumsi Afrikaafi Chaayinaa cimaa dhufuusaaf argisiistuudha- Minstira Dhimma Alaa…
Amajjii 3, 2015(FBC)- Ijaarsi Giddugala To’annoofi Ittisaa Dhibeewwanii Afrikaa (CDC) tumsi Afrikaafi Chaayinaa cimaa dhufuusaaf argisiistuu ta’uu Minstirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa…
Ayyaana cuuphaa Baatuutti kabajamu faayidaa tuuriizimii naannichaaf oolchuuf hojjetamaa jira-KMO
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Akka Oromiyaatti Ayyaana Cuuphaa haala addaan Magaalaa Baatuutti kabajamurratti taateewwan tuuriizimii raawwataman beeksisuuf qophiin taasifamuu Koomishiniin…
Raayyaan Ittisa Biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Bu’uura waliigaltee Afrika Kibbaa fi Keeniyaatti taasifameen Raayyaan Ittisa biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu…