Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni seenaa magariisaa hojjetan – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Ityoophiyaanoonni Seenaa magariisaa hojjechuun, seenaa magariisaa barreessan jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dargaggoonni Aduu…
Gamtaan yoo dhaabbannu wanta ulfaataa fakkaatu milkeessuun salphaadha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Gamtaan yoo dhaabbannu wanta ulfaataa fakkaatu milkeessuun salphaadha jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah.
Obbo…
Ityoophiyaan Sagantaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuun milkeessite
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa bakka hundaatti ganama sa’aatii 12:00 eegalee hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni 566 ol dhaabamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Qindoominni dhaabbii biqiltuurratti mul’ate hojii misoomaa biroof fakkeenya gaarii kan…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Qindoominii Sagantaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuurratti argame hojii misoomaa biroof fakkeenya gaarii kan ta’u jedhan Ministirri…
Balaa Tiraafikaa miseensota maatii tokkoo namoota 5 dabalatee lubbuu namoota 14 galaafate
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Balaan Tiraafikaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagamitti qaqqabe miseensota maatii tokko namoota 5 dabalatee lubbuu namoota 14 galaafate.
Balaan kun…
Naannoo Tigraayitti sagantaan dhaabbii biqiltuu aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti sagantaan dhaabbii biqiltuu aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Pireezidaantii…
Kan dhaabnu dhaloota dhufuufi – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy kutaa magaalaa Eekkatti Biqiltuu Ashaaraa Magarisaa dhaabaniiru.
Dooktar Abiy magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa…
Biqiltuun har’aa dhaabnu faalama qilleensaa ittisuuf gaachana keenya-Aadde Adaanech Abeebe
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- “Biqiltuun har’a dhaabnu soorata borii, gaaddisaa da’oo keenyaa akkasumas faalama qilleensaa borii ittisuuf gaachaa keenya” jechuun Kantiibaan Bulchiinsa…
Miseensonni Paarlaamaa sagantaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeessan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka bu’oota Ummataa fi hojjettoonni waajjiricha sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu Magaalaa Finfinnee…
Pireezidaanti Shimallis sagantaa Ashaaraa Magariisaa Naannoo Oromiyaa eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuuf…