Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dippiloomaasiin magarisaa Ityoophiyaa sadarkaa Addunyaatti fudhatama argacha jira-M/Dhimmaa Alaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Hojiin dippiloomaasii magariisaa Ityoophiyaa Sadarkaa Idil Addunyaatti fudhatama argacha jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan…
Loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuu keessatti miidiyaaleen gahee ijaarsaa bahachuu qabu-Amb.…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Adeemsa loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuu fi deebisanii dhaabuun ijaarsa nageenyaa biyyaalessaaf gumaacha akka taasisaniif tattaaffii taasifamu…
Godaantonni 118 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Godaantonni Ityoophiyaa 118 Jibuutiirra gara biyyaatti deebi’uu Jibuutitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.
Godaantoota deebi’an keessa 38 gara…
Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa marsaa 15ffaaf barattoota kuma 1 fi 211 eebbise
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Yuunivarsitiin Dirre Dhawaa barattoota digrii 1ffaa fi 2ffaa ogummaa garagaraatiin barsiisaa ture kuma 1 fi 211 eebbisiise.
Barattoota guyyaa har’aa…
Ambaasaddar Tashoomaa Togaan Dhaabbataa Godaantotaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Haaromsaa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tasoomaa Togaan Ityoophiyaatti Itti Gaafatamaa Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaa Imraahi…
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idiilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’iichi guyyoota lamaf kan gagggeeffamuu ta’uun ibsameera.…
Ityoophiyaan galma misooma Waaraa DhMG qabame milkeessaa jirti – Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan galma misooma Waaraa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin qabame milkeessaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Oromiyaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 836 ol faca’e –…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Bara oomishaa 2015/16 lafa hektaara miiliyoona 2.2 oomisha qamadii gannaatiin uwwisuuf karoorfamee hanga ammaatti hektaarri kumni 836 ol faca'uu…
Dooktar Girmaan Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Looreetii Addunyaa Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa waliin mari'ataniiru.
Haala bu'aa qorannoo…
Sagantaan leenjii deeggarsa Chaayinaan laatamu dargaggoota konkolaachiftoota Ityoophiyaa ga’oomsaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Sagantaan leenjii deeggarsa Chaayinaan laatamu dargaggoota konkolaachiftoota Ityoophiyaa ga’oomsaa jiraachuu ibsameera.
Daandiin Baaburaa Ityoo –…