Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana cuuphaa Baatuutti kabajamu faayidaa tuuriizimii naannichaaf oolchuuf hojjetamaa jira-KMO
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Akka Oromiyaatti Ayyaana Cuuphaa haala addaan Magaalaa Baatuutti kabajamurratti taateewwan tuuriizimii raawwataman beeksisuuf qophiin taasifamuu Koomishiniin…
Raayyaan Ittisa Biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Bu’uura waliigaltee Afrika Kibbaa fi Keeniyaatti taasifameen Raayyaan Ittisa biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu…
Intarpiraayizoonni oomishtoonni oomishaalee bakka bu’anirratti akka hirmaataniif deeggarsa qorannoo…
Finfinnee, Amajjii 3, 2015 (FBC)- Intarpiraayizoonni oomishtoonni, oomishaalee biyya keessaa bakka bu’an irratti akka hirmaataniif deeggarsa qorannoo irratti hunda’ee taasisuun akka…
Paarkiin Indaastirii Qonna qindaa’aa Bulbulaa Birrii biiliyoona 5’n ijaarame hojii eegaluu…
Amajjii 3, 2015(FBC)- Paarkiin Indaastirii Qonna qindaa'aa Bulbulaa fi Giddugalli Cehumsa Baadiyyaa Birrii biiliyoona 5’n ijaarame hojii eegaluun ibsameera.
Sirnicharratti hojii…
Biirichi rakkoo bishaan dhugaatii furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjechaa jiraachuu ibse
Amajjii 3, 2015(FBC)-Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa rakkoo bishaan dhugaatii furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjechaa jiraachuu ibseera.
Biirichi ijaarsa piroojektoota…
Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaafi Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Giddugala To’annoo…
Amajjii 3, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaangiifi Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Maahimat Giddugala To’annoo Dhibeewwanii Afrikaa…
Waltajjiin Marii ‘Addis Wag’ mata duree” Uummanni Keenya Humna Keenya” jedhuun gaggeeffamaa jira
Amajjii 3, 2015(FBC)- Waltajjiin Marii ‘Addis Wag’ bara 2015 mata duree” Uummanni Keenya Humna Keenya” jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Ministirri Ministeera…
Manneen Maree lameen walga’ii addaa waloo guyyaa har’aa ni gaggeessu
Amajjii 3, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataafi Manni Maree Federeeshinii walga’ii addaa waloo guyyaa har’aa kan gaggeessan ta’uu ibsame.
Manneen maree lameen walga’ii addaa…
Koreen Qindeessa Farra- Malaammaltummaa Biyyaalessaa hojiilee hanga ammaatti hojjete gamaaggame
Amajjii 3, 2015(FBC)- Koreen Qindeessa Farra- Malaammaltummaa Biyyaalessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti hojiilee hanga ammaatti hojjete gamaaggameera.
Eeruuwwan…
Waltajjiin marii “Addis Wag” guyyaa har’aa ni gaggeeffama
Amajjii 3, 2015(FBC)- Qopheessummaa Waajjira Muummee Ministiraan kan dhiyaatu waltajjiin marii “Addis Wag” guyyaa har’aa ni gaggeeffama.
Waltajjichi mata duree “Ummanni keenya Dandeetti…