Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dippiloomatonni teessoon isaanii Finfinnee ta’e biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)-Dippiloomatonni teessoo isaanii Finfinnee taasifatan Sagantaa Ashaara Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.
Sirna kanarrati Itti Aanaan Muummee Ministiraa…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Magaalichatti har’a biqiltuu miiliyoona 4 dhaabuuf…
Naannoo Afaaritti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Afaariitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Naannichatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Aduu tokkotti…
Magaalaa Galaanitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Galaanitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Magaalaa galaanitti biqiltuu guyyaa 1 dhaabbatu…
Naannoo Amaaratti Guyyaa tokkotti duulli biqiltuu miiliyoona 260 dhaabuu eegalameera.
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)-Sadarkaa biyyaalessaatti qaama guyyaa tokotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu kan ta’ee duullii biqiltuu har’aa ganamaan dhaabuu naannoo amaaraa bakkaa…
Naannoo Sidaamaatti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Naannichatti har’a sa’aatii 12:00 eegalee biqiltuu…
Asallaatti duulli ashaaraa magarisaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Bulchinsa magaalaa Asallaatti duulli ashaaraa magariisaa eegalameera.
Magaalaa amAsallaatti Duulli Ashaaraa magarisaa guyya tokkotti miiliyoona 500…
Dhaabbiin biqiltuu eegalame hanga galgala dhiyaatti itti fufa-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Bariin Biqiltuu dhaabuu eegalleerra, hanga galgalaatti itti fufna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI…
Naannoo Harariitti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Pireezidaantiin naannoo…
Magaalaa Jimmaatti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Sagantichi bakka…