Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Girmaan Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Looreetii Addunyaa Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa waliin mari'ataniiru.
Haala bu'aa qorannoo…
Sagantaan leenjii deeggarsa Chaayinaan laatamu dargaggoota konkolaachiftoota Ityoophiyaa ga’oomsaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Sagantaan leenjii deeggarsa Chaayinaan laatamu dargaggoota konkolaachiftoota Ityoophiyaa ga’oomsaa jiraachuu ibsameera.
Daandiin Baaburaa Ityoo –…
Godina Jimmaatti Yaa’iin Abbootii seeraa manneen murtii godina Jimmaa 5ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti Yaa'iin Abbootii seeraa manneen murtii godina Jimmaa 5ffaan magaalaa Aggaarootti gaggeeffameera.
Teeknooloojii fayyadamuun Kenninsa…
Aadde Adaanach manneen 133 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Gullalleetti manneen 133 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsaniiru.
Magaalichatti…
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waltajjiin Gamaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waltajjiin Gamaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa bara hojii 2015fi Boqonnaa qophii bara 2016 gaggeeffamaa jira.…
Diyaasporawwan gumaacha misooma biyyaaf taasisaan jabeessuu qabu- Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Diyaasporawwan gumaacha misooma biyyaaf taasiisan jabeessuu akka qaban Ministir Deetaan Ministeera Dhimma alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa ibsaniiru.…
Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sosochiin fooyya’iinsa bu’uraalee misooma barnootaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sosochiin fooyya’iinsa bu’uraalee misooma barnootaa mata duree ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun eegalameera.…
Aadde Mufariyaat dhaabbata hojii idil addunyaa waliin waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil dhaabbata hojii idil addunyaa waliin waliigaltee mallatteessaniiru.
Aadde Mufariyaat…
Ityoophiyaanoonni seenaa magariisaa hojjetan – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Ityoophiyaanoonni Seenaa magariisaa hojjechuun, seenaa magariisaa barreessan jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dargaggoonni Aduu…
Gamtaan yoo dhaabbannu wanta ulfaataa fakkaatu milkeessuun salphaadha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Gamtaan yoo dhaabbannu wanta ulfaataa fakkaatu milkeessuun salphaadha jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah.
Obbo…