Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensichaa jimaatarraa eegaluun hanga balallii gara Maqaleetti taasisu guddisuu ibse
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa jimaata dhufurraa eegaluun guyyaatti hanga balallii gara Maqaleetti taasisu guddisuu ibse.
Daandiin qilleensichaa…
Maqalee dabalatee magaalonni 27 tajaajila Teelekoomii argatan
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Maqalee dabalatee magaalota 27tti tajaajilli teelekoomii kennamuu eegaluu Hoji Raawwachiistuun Ityoo Teelekoom Firehiiwoot Taammiruu dubbatan.
Sababa…
Kabajni Ayyaana Gabreelii Qullubbiifi Hawaasaa nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Kabajni Ayyaana Gabreelii Qullubbiifi Hawaasaa nagaan xumuramuu Qajeelchi Poolisii Godina Harargee Bahaafi Komishiniin Poolisii Naannoo Sidaamaa ibsan.…
Miidiyaaleen dhimmoota hariiroo uummattootaa cimsan irratti xiyyeeffachuu qabu- hirmaattota…
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Miidiyaaleen dhimmoota hariiroo uummattootaa cimsan irratti xiyyeeffachuun hojjechuu qabu jedhan hirmaattonni waltajjii marii uummataa magaalaa Shiree.…
Waltajjiin marii hoggantoota paartilee siyaasaa, dhaabbilee Hawaasaa Siivikiifi hayyootaa…
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota paartilee siyaasaa, dhaabbilee Hawaasaa Siivikiifi hayyoota dhaabbilee barnoota dhuunfaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa…
Liigichi Mudde 21-25, 2015 yaa’ii idilee gaggeessa
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Liigiin Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa yaa’ii idilee isaa Mudde 21-25, 2015 Magaalaa Adaamaatti kan geeggeessu ta’uun eerame.
Pireezidaantiin Liigichaa…
Daandii Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Maqaleetti taasisu eegale
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Daandii Qilleensa Ityoophiyaa balallii Finfinneerraa gara Maqaleetti taasisu irra deebiin eegaluu beeksise.
Daandiin qilleensichaa balallii addaan cite…
Ayyaana Qillee fi Cuuphaatti hanqinni dhiyeessii akka hinmudanneef koreen to’annoo taasisu hojii…
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Ayyaana Qillee fi Cuuphaatti hanqinni dhiyeessii akka hinmudanne koreen to’annoo fi hordoffii taasisuuf hundeeffame hojii eegaluu Biiroon Daldalaa Bulchiinsa…
Tigraayitti baatiiwwan 2 darbanitti haalli nageenyaa fooyya’uufi hojiin bu’uuraalee misoomaa…
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti baatiiwwan lamaan darban haalli nageenyaa fooyya’uufi hojiin bu’uuraalee misoomaa deebisanii dhaabuu kan itti hojjetame ta’uu godina Kaaba…
Ayyaanni waggaa Gabireelii Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Waggattii yeroo lama kan kabamu ayyaanni wagga Gabireelii duudhaa amantaa isa eeggatee Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira.
Ayyaana Qullubbiitti…