Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Ministir Deetaa Ministeera dhimma biyya keessaa Jibuutii Siraaj Umariin durfamu Magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera dhimma biyya keessaa Jibuutii Siraaj Umariin durfamu Magaalaa Adaamaa galeera.
Jilichi wayita magaalaa Adaamaa ga’u…
Obbo Dammaqaan miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa…
Manni marichaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Gabaasa Boordiin Filannoo biyyaaleesa…
Hojiin nageenya waaressuu cimee itti fufa – Komishinar Dammallaas Gabramikaa’eel
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Poolisiin Federaalaa hojii nageenya wareessuu hojjetu cimsee kan itti fufu ta’uu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash…
Magaalaa Beddelleett piroojektootni Birrii miiliyoona 900 oliin ijaaramaan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Beddelleetti piroojektoonni garagaraa bara baajataa 2015 keessa Birrii miiliyoona 900 oliin hojjetaman eebbifamaniiru.…
Magaalaa Aggaarootti piroojektootni Birii miiliyoona 200 oliin ijaaramaan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Magaalaa Aggaarootti piroojektootni 11 Birii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojaktiin qarqara laga tamsaa,gamoowwaan waajjiraalee…
Qormaanni sagantaa fooyya’iinsa dandeettii kaleessa laatame haqame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Qormaanni sagantaa Fooyya’iinsa Dandeetti (Remediyaalii) kaleessa laatame haqamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Qormaanni fooyya’iinsa dandeettii…
Baankiin Misooma Afrikaa sarara humna Elektirikaa Ityoo – Keeniyaaf liqaa Yuuroo miiliyoona 26…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Baankiin Misooma Afrikaa diriirsa daddabarsa sarara humna Elektirikaa Ityoo – Keeniyaa raawwachiisuuf kan oolu liqaa Yuuroo miiliyoona 26…
Sandaafaa Bakkeetti piroojektoonni Birrii miiliyoona 468 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) –Jilli Itti gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Biqilaa Hurriisaan durfamu magaalaa Sandaafaa Bakkeetti piroojektoota Birrii…
MM Abiy Ahimad Godina Kibba Oomootti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Godina Kibba Oomoo Aanaa Nyi’angaatoomitti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsaniiru.
Saganticharratti…