Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Riizoortii Konfiraansii Arbaa Minci dhagaan bu’uuraa kaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad pirojektii Riizoortii Konfiraansii Arbaa Minciif dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Muummeen Ministiraa gama miidiyaa…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa hariiroo Daldalaa, Invastimantii fi Damee Ijaarsaa caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Jilli Kooriyaa Kibbaatti…
MM Abiy Ahimad Magaalaa Arbaa Mincii galan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Arbaa Minci galaniiru.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy…
Baankiin Sidaamaa hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Waldaa Aksiiyoona Baankii Sidaamaa hojii eegalchisaniiru.
Sirnicharratti Pireezidaantii…
Carraaqqii barbaachisaadhaan yoo deeggarame malee nagaan waaraan bu’uu hindanda’u – MM…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Carraaqqii barbaachisaadhaan yoo deeggarame malee nagaan waaraan bu'uu hindanda'u jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa…
MM Abiy Ahimad Godina Geedi’ootti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa Godina Geedi’ootti…
Sagantaan beekkamtii fi badhaasaa tajaajila tola ooltummaa biyyaalessa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa kennaa turaniif sagantaa beekkamtii fi badhaasaa kennuu Magaalaa Adaamaatti…
Hariiroo dippiloomasii Jibuutii fi Ityoophiyaa cimsuuf Sagantaan Ashaaraa Magariisaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Qaama sagantaa hariiroo dipplomaasii Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuu kan ta'e Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Dirree Dhawaatti gaggeefameera.…
Oromiyaatti qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaatni naannoo Kutaa 8ffaa bara 2015 laatamuu eegaleera.
Qormaatni Kutaa 8ffaa guutuu Oromiyaatti kennama jiru karaa nagaafi…
Naannolee garaagaraatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennmuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 8ffaa naannolee garaagaraatti har’aa kennamuu eegaleera.
Haaluma kanaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti kennamuu kan…