Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggootan lamaan darban Ityoophiyaanonni tokkummaan waa hedduu hojjechuu akka danda’an…
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)-Waggootan lamaan darban qormaatilee keessaafi alaa Ityoophiyaa mudatan damdamachuun injifannoowwan galmaa’an Ityoophiyaanoonni tokkummaadhaan waa hedduu…
Jilli mootummaa federaalaa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu Maqaleetti imale
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC)-Jilli qondaaltota olaanoo mootummaa federaalaa Afyaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu gara Maqaleetti imaleera.
Jilichi…
MM Abiy Ahimad bakka argamanitti raawwii adeemsa nageenyaa fi haala yeroorratti mari’atame
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka argamanitti raawwii adeemsa nageenyaa fi haala yeroorratti mari’atameera.
Marichaanis raawwii waliigaltee…
Sirni Awwaalchaa Yuba Aagaa Xeenxanoo Shaakkisootti raawwate
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Sirni awwaalcha Abbaa Gadaa duraanii Gujii Doktora Kabajaa Aagaa Xeenxanoo Magaala Shaakkisootti har’aa raawwateera.
Sirni awwaalcha isaaniirraattis…
Finfinneen kan hunda keenyaa waan taateef lammiin hundi guddina isheef gumaacha taasisuu qaba-Aadde…
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Finfinneen kan hunda keenyaa waan taateef lammiin hunduu guddina isheef itti gaafatamummaan gumaacha taasisuu qaba jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Buqqaatota Magaalaa Baambiis waliin Ayyaanni Qillee kabajame
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Naannoo Beenishaangul Gumuuz Magaalaa Baambiisitti godaantotaa argaman waliin Ayyaanni Qillee kabajame.
Waajjirri Qindeessaa Nageenyaa fi Misoomaa Waloo…
MM Abiy Ahimad Kombolchaatti oomishtoota uffannaa fi huccuuwwanii daawwatan
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi qondaaltonni hojii olaanoo mootummaa federaalaa Naannoo Amaaraa Magaalaa Kombolchaatti oomishtoota uffannaa fi…
Qabeenya jiru fayyadamuun “Maaddii Guutuu” dhugoomsuuf hirmaachuu qabna-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Qabeenyaa jiru fayyadamuun duula “Maaddii Guutuu” dhugoomsuuf hirmaachuu qabna jechuun Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Waraanichi umrii fi mul’ata keenya kan hateedha-Dargaggoota Tigraay
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Waraanni Kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa ture daraggootaarratti dhiibbaa kan uumee fi mul’ata isaani kan duubatti deebise ta’uu dargaggoonni…
Naannoo Kibbaatti sagantaa “Maaddii Guutuu” beeksisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Naannoo Kibbaatti sagantaan “Maaddii Guutuu” beeksisuu Godina Guraagee Aanaa Masqanitti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Ittaanaa Muumme Ministiraa fi…