Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Utuu hinugguramiin ‘uggurameera’ jechuun jaalallee ishee Birrii kuma 500 kan gaafatte to’atamte
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)-Himatamtuun utuu hinugguramiin ‘uggurameera’ jechuun jaalallee ishee Birrii kuma 500 kan gaafatte mana jireenyaa ishee keessatti to’annoo jala oolchuu…
Amb. Zhi’oo Zhiyu’aan Chaayinaan Ityoophiyatti ijaarsa bu’uuraalee misoomaa gaggeessitu akka cimsitu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhiyu’aan Chaayinaan Ityoophiyatti ijaarsa bu’uuraalee misoomaa gaggeessitu cimsitee kan itti fuftu ta’uu…
Magaalaa Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannawaa garaagaraatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbuu Koominshiniin Hoggansa Soda Balaa fi Ibiddaa…
Ityoophiyaa fi Jarman waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.25 mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jarmaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.25 mallatteessaniiru.
Deeggarsichis Ityoophiyaan Eejensii Inshuraansii Daldalaa…
Buufanni konkolaataa Shaashamannee Birrii miiliyoona 400 hojjatame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Buufanni konkolaataa Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti Birrii miiliyoona 400 hojjatame eebbifameera.
Jilli Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinna…
Godinichatti Pirojektoonni 88 Birrii miiliyoona 900 oliin ijaaraman tajaajilaaf banaa ta’an
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Godina Booranaatti Pirojektoonni 88 Birrii miiliyoona 900 oliin ijaaramaa turan xumuramuun tajaajilaaf banaa ta'an.
Jilli Paartii Badhaadhinaa Damee…
Ityoophiyaa qormaatilee hedduun mudataniinis milkaa’inaalee galmeessisteetti-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Bara 2015 Ityoophiyaa qormaatilee hedduun keessaa fi alaan mudataniinis dameewwan hawaasummaa, diinagdee fi siyaasan milkaa’inaalee hedduu galmeessuu…
Aadde Mufaariyaat humna namaa ga’umsa qaban horachuuf xiyyeeffannaan hojjetama jiraachuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Ogummaa humna namaa ga’umsa qabu, carraa hojii amansiisaa fi mijaa’aa uumuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu Ministirri…
Sosochiin Dargaggoota tola ooltotaa baranaa boruu Asoosaatti eegala
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Sosochiin tajaajilaa tola ooltummaa dargaggootaa baranaa guyyaa boruu Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti akka eegalu, Liigiin Dargaggootaa…
Oromiyaatti barattoonni kumni 484 fi 994 buufataalee 1441 keessatti qormaata kutaa 8ffaa ni fudhatu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Bara kaba Oromiyaatti barattoonni kumni 484 fi 994 buufataalee kuma 1 fi 441 keessatti qormaata kutaa 8ffaa kan fudhatan ta’uu Biiroon Barnootaa…