Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroo Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuuf kan kaayyeffate imalli baaburaa taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Hariiroo Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuuf kan kaayyeffate imalli baaburaa Jibuuttiirraa gara Ityoophiyaatti taasifame.
Qopheessummaa Dhaabbata Misoomaa…
Booranatti Qamadiin Arfaasaan misoome walitti qabamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Godina Booranaatti Qamadiin Arfaasaan misoome walitti qabamuu eegaluu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise.
Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa…
Finfinneetti tajaajila tola ooltummaa tiraafikaaf tola ooltonni kumni 5 bobbafaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Koomishiniin Qindeessaan Tola Ooltummaa fi Hirmaannaa Hawaasaa, Magaalaa Finfinneetti hojii tola ooltummaa Tiraafikaa Gannaa kan qindeessan tola ooltota…
Shaggaritti Leenjitoonni koolleejjii BLTO kuma 2 ol eebbifama
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaalee Magaalaattii hundaatti Koolleejjiiwwan BLTO Mootummaa fi dhuunfaatti leenji'aa turan Kuma 2 ol eebbifamaniiru.…
Jimmaatti biqiltuu miiliyoon 4 ol dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Magalaa Jimmaatti biqiltuu miiliyoon 4 ol dhaabuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame.
Magaalichatti bara kana biqiltuu miiliyoona 4fi kuma 349 dhaabuuf kan…
Tarkaanfilee haaraan qonna irratti jalqabaman, jijjiirama seektara qonnaa keessatti gumaacha olaanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Tarkaanfilee haaraanqonna irratti jalqabaman, jijjiirama seektara qonnaa keessatti dhufeef gumaacha olaanaa ba'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara kuma 429 olirratti Ruuziin misoome
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Inisheetiivii misooma Ruuzii bara kana akka Oromiyaatti misoomsuuf qabame keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 429 ol misoomuu Biiroon Qonnaa…
Obbo Dassitaa Leeddamoon piroojektoota magaalaa Yirgaalemitti hojjetaman eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddamoon piroojektoota magaalaa Yirgaalemitti hojjetaman eebbisuun bananiiru.
Godina Giddu gala…
Baatuutti piroojektoonni 38 Birrii miiliyoonni 174 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti piroojektoonni 38 Birrii miiliyoonni 174 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Jilli Itti gaafatamaa paartii Badhaadhinaa…
Pireezdaanti Saahilawarqi kabaja guyyaa bilisummaa Birrundiirratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen kabaja guyyaa bilisummaa biyyaalessa Birrundii waggaa 61ffaarratti hirmaataniiru.
Sirnicharratyi…