Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Alaabaa kabajamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa 18ffaan guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa…
Milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018( FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe.
Tajaajilichi guyyaa Alaabaa…
Inistiitiyuutichi dhaloota yaadama haaraa biyya guddisuu uumuuf ga’ee guddaa qaba –…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2018(FMC) - Inistitiyuutiin Tekinooloojii Shaggar cabinsa sirna Barnootaa furuun dhaloota yaadama haaraa qabu uumuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin…
Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee RFDI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula…
Irreechi Malkaa Dooshaa fi Odaa Bulluq Irreeffatame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Irreechi Malkaa Dooshaa fi malkaavOdaa Bulluq Irreeffatameera.
Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dooshaa, Bulchiinsa magaala Asallaatti haala duudhaa fi…
Ayyaanni Irreechaa Malkaawwan adda addaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Ayyaanni Irreechaa Malkaawwan adda addaatti haala duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajamaa jira.
Ayyaanichi mata duree 'Irreecha Olka'iinsa Biyyaaf'…
Gootummaan meeshaa waraanaa hidhachuun socho’uu osoo hin taane hojjetanii biyya misoomsuun…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Gootummaan meeshaa waraanaa hidhachuun socho'uu osoo hin taane hojjetanii biyya misoomsuun ifoomuu qaba jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Itiyoophiyaatti yaadama hin danda’amu jedhu qofa osoo hin taane waan hojjetamellee amanuun…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaatti yaadama hin danda'amu jedhu qofa osoo hin taane waan hojjetamellee amanuun rakkisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Qaamolee filannoon Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan akka…
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa qaamolee filannoon Mana Marichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf gahee isaanii bahataniif…
Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC) - Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan…