Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC) - Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan…
Tajaajila manneen murtii teeknooloojiin deeggaruuf hojjetamaa jira- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoo tajaajila manneen murtii si’ataa taasisuufi teeknooloojiin deeggaruuf kutannoon…
Guyyaan Alaabaa Onkoloolessa 3, 2018 kabajama
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkoloolessa 3, 2018 kabajama.
Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa Itiyoophiyaa, tokkummaa…
Feestivaala Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa….
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Feestivaalli Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa Riizoortii Kurriftuu Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Feestivaalichi qindoomina…
Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiise
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiiseera.
Akkaadaamiin Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii…
Kitaabni dhaloota ida’amuu Afaan Urduutti hiikamuun dubbiftootaaf dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin kan barreeffame Kitaabni dhaloota ida’amuu Afaan Paakiistaan Urduutti hiikamuun dubbiftootaaf dhiyaateera.…
Mootummaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjechaa jira – Dooktar Tolaa Bariisoo
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Manni Barumsaa Xiijoo sadarkaa 2ffaa godina Arsii aanaa Digaluufi Xiijootti Birrii miiliyoona 38 oliin ijaarame eebbifameera.
Hogganaa Biiroo Barnootaa…
Tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Awutoomeeshinii fayyadamuun kenniinsa tajaajilaa kan cimsu tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa…
Godinaalee Hadiyyaafi Silxeetti qe’eewwan moodela baadiyyaa ijaaraman dabarsinee kennineerra-…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godinaalee Hadiyyaafi Silxeetti qe’eewwan moodela baadiyyaa ijaaraman dabarsinee kennineerra jedhan.…
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa Kaajaa Kaalaas waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin…