Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirezidaantiin Burundii Ivaariist Nidiiyaashiimiyyeen daawwannaa Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun…
Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Pirezidaantiin Burundii Ivaariist Nidiiyaashiimiyyeec daawwannaa Itiyoophiyaatti guyyoota 2’f taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an.
Ministirri Muummee…
Itiyoophiyaan damee anniisaa haaromfamaan hojii guddaa hojjechaa jirti- Dooktar Geediwoon…
Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan damee anniisaa haaromfamaan hojii guddaa hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediwoon Xiimootiwoos.
Dooktar…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Duree Burundii waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Duree Burundii Anjaliin Nidiyaayishiimiiyyee waliin mari’ataniiru.
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa…
Ayyaana Fannoo…
Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Har'a Ayyaanni Fannoo sirnoota adda addaan kabajamee oola.
Har'i torbee dhukkubbii guyyaa 5ffaadha.
Guyyaa Iyyasuus Kiristoos Addaamii fi Ijoollee isaaf…
Pireezidaantii Buruundii Evaariisti Nideeshiimiiyyeen waliin marii bu’aa qabeessa taasiifne…
Finfinnee, Ebla 1, 2018(FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippaabliika Buruundii Evaariisti Nideeshiimiiyyeen waliin marii bu'aa qqbeessa taasifne jedhan.…
Itoophiyaan Afrikaan balaa akka hinsodaanneef hojjechaa jirti – Obbo Tamasgeen Xurunaa 1
Finfinnee, Ebila 1, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa, Itoophiyaan ce'umsa diinagdee eegumsa naannoo fi ijaarsa dandeettii ittisa balaa waliin walitti…
Pireezidantiin Burundii Ivaaristee Nidaayishimiyee Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo…
Finfinnee, Eebila 1, 2018 (FMC) - Pireezidantiin Rippaabilika Burundii fi Walitti-qabaan Yeroo Gamtaa Afrikaa Ivaaristee Nidaayishimiyee Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala abaaboo kaa'aniiru.…
Raayyaan Ittisaa Itoophiyaa Kabajq Afrikaati – Pireezidantii Ivaaristee Nidaayishimiyee
Finfinnee, Eebila 1, 2018 (FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu bira darbee raayyaa kabaja Afrikaa ta'ee dha jedhan Pireezidantiin Rippaabilika Burundii fi…
Hawaasni Yeroo Qalmaa Gogaan akka Hin Banne Of-eeggannoo gochuu qaba – Ministeericha
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Ministeerri Qonnaa, hawaasni yeroo qalmaa oomishni gogaa fi kallee akka hin banne of-eeggannoo akka godhu hubachiiseera.
Itti-gaafatamaan Deeskii Misooma…
Sagantaan kadhannaa Kamisaa Mana Amantaa kaatolikii Itiyoophiyaatti geggeeffamaa jira
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC)- Sirna amantaa hordofuun sagantaan kadhannaa Kamisa Mana Kiristaanaa Kaatolikii Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa sirna amantaa adda…