Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaan hariiroo daldalaafi invastimantii Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti…
Itiyoophiyaan Kolombiyaa waliin tumsa daldalaa cimsuu barbaaddi
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan hariiroo daldalaa Kolombiyaa waliin qabdu cimsuu barbaaddi jedhan Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Itiyoophiyaatti feestivaalli jalqabaa Teemirii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti feestivaalli jalqabaa Teemirii Naannoo Affaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Feestivaala kanarratti Pireezidaantii naannichaa…
Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20፣ 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee…
Bu’uuraaleen misoomaa daandii imala badhaadhinaaf deeggarsa olaanaa taasisaa jira- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin bu’uuraaleen misoomaa daandii misooma gama maraa saffisiisuufi imala…
Dhaabbilee Barnootaa Dhuunfaa 290 keessaa sadii qofti ulaagaa guutan
Finfinnee Hagayya 19, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Dhuunfaa irra deebii galmaa’an keessaa sadii qofatu ulaagaa guute jedhe Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii.
Abbaa…
Pirojeektonni aadaa rooba eeggachuurraa ceesisan ijaaramaa jiru – Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) - Ijaarsi pirojeektii Jallisii sirna qonnaa Itiyoophiyaa aadaa eeggattummaa roobaa irraa ceesisu geggeeffamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Jallisii fi…
Pireezidaantii Itti Aantuu Kolombiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Itti Aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Elinaa Maarkuweez daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Firaansiyaa Elinaa Maarkuweez wayita…
Paartiin Badhaadhinaa injifannoo barootatti darban galmeessaa jira- Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC)- Paartiin badhaadhinaa hojiilee hundagaleessa hojjetaa jiruun injifannoo barootatti darban galmeessaa jira jedhan Pireezidaantiin Naannoo Harar obbo Ordiin…
Faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf tokkummaafi dandeettii diinagdee cimsuun…
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf tokkummaa keessoofi dandeettii diinagdee cimsuun barbaachisaadha jedhan Hogganaan Hariiroo Uummataafi…