Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad adeemsa hojii misooma qarqara lagaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa hojii misooma qarqara lagaa Finfinnee daawwataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa galmeewwan kuma 100 fi kuma 90 oliif furmaata kenne
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa bara baajataa 2017’tti galmeewwan kuma 100 fi kuma 90 fi 347’f furmaata kenne jedhe.
Manni murtichaa bilisummaa,…
Maatiin godaansa seeraa alaarraa ijoollee isaa akka dhorku dargaggoonni gaafatan
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Maatiin godaansa seeraa alaarraa ijoollee isaa akka dhorku dargaggoonni Magaalaa Roobee gaafatan.
Dargaggoonni magaalichaa sababa godaansa seeraan alaan…
Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa qajeeltoo fayyadamummaa waloo irratti kan hundaa’edha- Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa qajeeltoo fayyadamummaa waloo irratti kan hundaa’edha jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar…
Dhimmoota torban Paartiin Badhaadhinaa xiyyeeffannaa olaanaan irratti hojjechuuf murteesse:
👉Filannoowwan nagaa waldhibdee hambisan kallattii hundaan yaaluufi hidhattoota daandii nagaan qabsaa'uuf murteessaniif waan barbaachisu hundaa gochuu.
👉Filannoo nagaa fudhachuu dhiisuun…
Ibsa Mana Maree Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Hagayya 2, 2017 (FMC) – Manni Maree Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee Adoolessa 30-Hagayya 2, 2017’tti gaggeessaa ture xumureera.
Paartichi xumuramuu walgahichaa…
Ashaaraan magariisaa dhaloota dhufuuf biyya itti fufiinsa qabdu ijaaruuf jalqabbii guddaadha –…
Finfinnee, Hagayya 2, 2017 (FMC) - Ashaaraan Magariisaa biyya dhaloota dhufuuf mijattu ijaaruuf jalqabbii guddaa waan ta’eef hirmaannaa keenya cimsinee itti fufna jedhan Paartileen…
Hojiileen birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf eegalaman deeggarsa namoomaa dandeettii ofiin uwwisuuf…
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC) – Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa Dooktar Shifarraawu Taklamaariyaam hojiileen birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf eegalaman deeggarsa…
Hidhi Haaromsaa Guddichi Ashaaraa Uummata Itiyoophiyaa mallattoo milkaa’inaa uummata Afirikaa ti –…
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi ijaarsi isaa humna keessoon xumuramee eebbaaf qaqqabuun milkaa’ina guddaa uummanni biyyattii galmeessise ta’uu Mana Maree Bakka…
Naannoo Tigraayitti adeemsa marii biyyaalessaa eegalchiisuuf haalli mijataan uumameera- Komishinicha
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Naannoo Tigraayitti adeemsa marii biyyaalessaa eegalchiisuuf haalli mijataan uumameera jedhe.
Hoggantoonni Komishinii Marii…