Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbiileen Federaalaa yeroo gara yerootti jijjiiramaa dhufan- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Ergaa Waajjira Ministira Muummee
Kitaabileen Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an (Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuu, fi Mootummaan Ida’amuu) namarratti xiyyeeffachuun imala diinagdee damdaneessaan…
Hojii Raawwachiisaa Itti aanaan EBC Abdurrahmaan Ruubee du’aan boqotan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)_ Hojii Raawwachiisaa itti aanaan Korpooreeshinii Biroodkaasti Itiyoophiyaa (EBC) ta'uun tajaajilaa kan turan Obbo Abdurrahmaan Ruubee du'aan Addunyaa kanarraa…
Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun…
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) –Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun barbaachisaadha jedhan sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti…
Boordichi filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin…
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Boordiin filannoo biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari'ateera.
Boordichi har'a paartii…
Itiyoophiyaatti namoonni miiliyoonni 55 fayyadamoo Teeleebirrii ta’an – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti namoonni miiliyoonni 55 fayyadamoo Teeleebirrii ta’aniiru jedhan.
Kanneen keessaa namoonni…
Galmoota ijoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2030…
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) -Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 eegalchiisaniiru.
Galmi Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 karaa guutuun milkaa'eeera,…
Diijitaal Itiyoophiyaan 2030’n sirna nageenya diijitaalaa caalmaatti dagaagsuudha – obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) - Diijitaal Itiyoophiyaan 2030’n sirna nageenyaa fi birmadummaa diijitaalaa Itiyoophiyaa caalmaatti dagaagsuudha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo…
Rakkoo dhiyeessii faayinaansii damee qonnaa furuuf hojjetamaa jira- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Rakkoo dhiyeessii faayinaansii damee qonnaa furuuf hojjetamaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar Mallas Makonnin.
Dhiyeessiin…
Faanaa Miidiyaa korpooreeshin badhaasa “Grand Africa” injifate
Finfinnee, Mudde12, 2018(FMC) - Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin badhaasa Graandi Afrikaa sadarkaa daayimandii injifateera.
Badhaasni Giraandi Afrikaa 20ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…