Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Godina Kibba Walloo Aanaa addaa naannawaa Daseetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe.
Konkolaataan deddeebisa ummataa imaltoota fe'ee…
Daandiin Roobee Seeruu geessu suphamuu dhabuun hawaasa komachiise
Finfinnee Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Godina Arsiitti daandiin Aspaaltii gara aanaalee Roobee fi Seeruu geessu ciccituun dafee suphamuu dhabuun hawaasa komachiiseera.
Daandichi gara magaalaa…
Godina Jimmaatti pirojektiin jallisii Finnaa Birrii miiliyoona 400 oliin ijaarame eebbisiifame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Godina Jimmaa aanaan Botor Xoollaayitti pirojektiin jallisii Finnaa Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 6 oliin ijaarame eebbisiifameera.
Pirojektiin…
Poolisiin Eegumsa Galaanarraa fi Daangaawwan isaa Hara Nigaat irratti hojii eegale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Komiishinarri Jeneraalaa Komiishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el Poolisiin Eegumsa Galaanarraa fi Daangaawwan isaa Hara Nigaat irratti…
Hidhi Haaromsaa cichoominaa fi hafuura waltumsaan kan dhaabbate seenaa dhugaa uummattoota…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun hiriira deggersaa fi gammachuu ibsannaa naannoo Sidaamaatti geggeeffame ilaalchisee Ministirri Muummee Itti…
Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ magaalaa Aarbaa Minicitti kabajamaa jira.
Ayyaanichi ayyaana jijjiirraa baraa qofa osoo hin…
Hidhi Haaromsaa wanta hin danda’amu jedhame hojjetanii xumuruun akka danda’amu kan agarsiiseedha-…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) – Hidhi Haaromsaa wanta hin danda’amu jedhame hojjetanii xumuruun akka danda’amu kan agarsiiseedha jedhan Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa…
Ayyaana Masqalaa fi Agaammee naannoo Tigraayitti
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018(FMC) – Ayyaanota bifa aadaa fi amantii eeggataniin kabajaman keessaa ayyaanni Masqalaa isa tokko.
Ayyaanichi guutummaa biyyattiitti kan kabajamu ta’us,…
Namoonni sanadoota sobaa mana jireenyaa keessatti qopheessuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni 2 sanadoota sobaa mana jireenyaa keessatti qopheessuun shakkaman to'ataman jedhe Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee.…
Jilli Pireezidaanti Taayyeen durfamu Yaa’ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomaniirratti…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Jilli Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa'ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaacjaa jira.
Yaa'iin waliigalaa…