Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Iid Al-Faxir Kabajamaa Jira
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) - Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan haala ho'aan ta’een kabajamaa jira.
Ayyaannichi hordoftoota amantichaa biratti sirnoota amantii garaa garaatiin…
Iid Mubaarak!
Hordoftoonni Amantaa Isilaamaa hundi baga ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaan nagaan isin ga'e.
Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa fi kan gammachuu akka isiniif…
Pirezidaanti Taayye Atsiqasillaaseen ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al-Faxir dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Rippabliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Taayye Atsiqasillaasee, ayyaana Iid Al-Faxir 1,447ffaa sababeeffachuun ergaa baga…
Sirna madaallii haqa qabeessaafi amanamaa ta’e ijaaruuf hundi qooda isaa bahachuu qaba-Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutummaatti gara oonlaayiniitti ceesisuufi sirna madaallii nageenyummaan isaa eegame, haqa qabeessaafi amanamaa ta’e…
Mootummaan qonna naannichaa ‘Jijjiirama Bu’uuraa’tti ceesisuuf warraaqsa taasisaa jira-…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonna naannichaa adeemsa fooyya’iinsa dabalataa keessaa baasee ‘Jijjiirama Bu'uuraa'tti ceesisuuf warraaqsa taasisaa jira…
Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti shakkamtuun kookeeyinii dhoksitee dabarsuuf yaalte…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti shakkamtuun baala sammuu namaa hadoochu kookeeyinii giraama 500 dhoksitee dabarsuuf yaalte to’atamteerti.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 53 olitti tilmaamaman to’atamaniiru- Poolisii
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Bara 2012 irraa eegalee meeshaaleen kontiroobaandii al-ergiifi alaa galan Birrii biiliyoona 53 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhan Ajajaan…
Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid-Alfaxir sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) –Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimokiraasiifi Pirezedaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid-Alfaxir kuma 1…
Ayyaana Iid Al-Faxrii 1,447ffaa Sababeeffachuun Madfiin Si’a 9 Ni Dhuka’a
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) - Ayyaana Iid Al-Faxrii 1,447ffaa boru kabajamu sababeeffachuun madfiin si'a sagal akka dhuka’u Ministeerri Ittisaa Biyyaa beeksise.
Madfiin kun boru…
Mootummaan ijaarru hirmaannaa filannoon dura taasifnu irratti hunda’a – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Mootummaan ijaarru hirmaannaa filannoon dura taasifnu irratti hundaa'a jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee…