Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Baacaan Waldaa Michoota Ityoo-Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Waldaan Michootaa Ityoophiyaa-Keeniyaa, Keeniyaatti Ambaasaadaraa Ityoophiyaa Baacaa Dabalee waliin misoomaa fi nageenya naannawaarratti mari’ataniiru.…
Ityoophiyaan nageenya Sudaan Kibbaaf tumsa taasisaa turtee akka itti fuftu ibsite
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan deeggarsaa nageenya Sudaan Kibbaaf taasisaa turtee cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa beeksise.
Ministirri…
Shamarraan Ashandaa ambaasaaddaroota nageenyaa fi fakkeenya nageenya jaallachuuti-Aadde Adaanech
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Shamarraan Ashandaa ambaasaaddaroota nageenyaa fi fakkeenya jiraata nageenyaa jaallachuu ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanecha Abeebee…
Lammiileen hundi waraana baname tokkummaa biyyaalessummaan dhaabuu qabu-Dr. Laggasaa
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Baandonni keessoo fi diinonni biyyattii qindoominaan waraanaa damee hedduu banan lammiileen hundi tokkummaa biyyaalessummaan dhaabuu qabu jedhan…
“Guyyaan tokkummaa” Qaammeen 5 biyyattiittii fi Embaasiiwwan hundaatti kabajama-Korecha
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – “Guyyaan tokkumaa” Qaammeen 5, guutummaa biyyattii fi bakka Embaasiiwwan Ityoophiyaa argaman hundaatti akka kabajamu Koreen Qophii Sagantichaa beeksise.…
Birriin miiliyoonni 1.2 ol ABUTtiif darbuuf ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Birriin Miiliyoonni 1.2 ol garee ABUTtiif darbuuf ture Godina Goondaritti to’atamuu ibsame.
ABUT lootee seentoota qopheessuun maallaqaa fi meeshaalee…
Meeshaaleen kontiroobaadii Birrii miiliyoona 81 olii to’atame
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) –Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 81.5 tti tilmaamamu to’annoo jala oolfamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi hordoffii…
Obbo Musxafeen jila olaanaa Sagantaa Nyaataa Addunyaa fi Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Oboo Musxafee Muhaammad Jila Olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa fi Miseensota Paarlaamaa Kooriyaa Kibbaa waliin dhimmoota…
Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf wareegama kamuu kaffaluuf qophiidha – BMDD
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) –Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf wareegama kamuu kaffaluuf qophii ta’uu Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa beeksiise.
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa…
Qormaatileen heddummatanis barri 2014 bara milkiin hedduun itti galmaa’eedha – TKM
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Qormaatileen heddummatanis barri 2014 bara milkiin hedduun itti galmaa’e ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilli…