Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Cuuphamuun Yesuus Kiristoos araaraafi dhiifamaan godoo jibbaa diiguu nu barsiisa-Obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Cuuphamuun Yesuus Kiristoos araaraafi dhiifamaan godoo jibbaa diiguu nu barsiisa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Obbo Dammaqaa Makonnin Bakka Buutuu Olaantuu DhMG Ambaasaaddar Raabaab Faaxiimaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Bakka Buutuu Olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ambaasaaddar…
Mootummoonni naannolee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Mootummoonni naannolee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Mootummaan…
Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Pireezidaantiin Naannoo Uummattoota…
Malaammaltummaarratti sochiin bifa haaraan eegaluun bu’aa fideera – KFMO
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Malaammaltummaarratti sochiin bifa haaraan eegaluun bu'aa jajjabeessaa argamsiisaa jiraachuu Koreen Farra Malaammaltummaa Oromiyaa ibse.
Korichi…
Pireezidaanti Saahilawarqi adeemsa deebisanii dandamachiisuu irratti dureewwan misiyoonaa gahee…
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Dureewwan misiyoonaa, hojiilee deebisanii dandamachiisuu fi ijaaruu biyyattiin gaggeessitu keesssatti dureewwan misiyoonaa gahee olaanaa waan qabaniif itti…
Manni amantichaa pirojektoota misoomaa Birrii miiliyoona 118 ifoomse
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Koomishiniin Misoomaa fi Tajaajila Hawaasummaa Waldaa Warra Wangeelaa Makkaana Yesuus, naannolee garaagaraatti pirojektoota misoomaa baasii Birrii…
Gamtaan Awurooppaa bu’uura waliigaltee Piriitooriyaan raawwii mootummaa dinqisiifate
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa bu’uuraa waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaan hojiilee mootummaa raawwate dinqisiifate.
Ittaanaa Muummee Minnistiraa fi ministirri…
Aadde Samariitaa Sawaasaw Gamtaa Awurooppaatti Ergamtuu Addaa Gaanfa Afrikaa walii mari’atan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw Gamtaa Awurooppaatti jila Ergamtuu Addaa Gaanfa Afrikaa Dooktar Aneet Weebariin durfamu…
Poolisiin Magaalaa Finfinnee uffannaa Seeraa dabalataan hojiirraa oolche
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Poolisiin Magaalaa Finfinnee uffannaa seeraa dabalataan hojiirra oolchuu beeksiseera.
Uffannaa seeraa dhaabbilee nageenyaa fakkeessanii fayyadamuun…