Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi Koorporeeshinii Bishaanii Kooriyaa Kibbaa waliin waliigaltee walta’iinsa mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii, Koorporeeshinii Bishaanii Kooriyaa Kibbaa waliin waliigaltee walta’iinsaa mallatteesseera.
Waliigaltecha, Ministira…
MM Abiy Ahimad warshaa qorichaa Aljeersitti argamu daawwatan
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad warshaa qorichaa Saayidaal kan magaalaa Aljeersitti argamu daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Faayidaa biyyaalessaa fi birmadummaa biyyaa kabachiisuun dirqama ijoo Raayyaa Ittisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa haala waqtaawaa ilaalchisee bakka buutoota hawaasa idil addunyaaf ibsa taasiiseera.
Hoggantoota waraanaa fi nageenyaa biyyoota…
Humni qilleensichaa Ityoophiyaa kabachiisuuf qophaa’ummaa olaanaarratti argama- L/J Yilmaa Mardaasaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Humni qilleensaa Ityoophiyaa wareegama kaffalamuu qabu hunda kaffaluun biyyattii kabachiisuuf sadarkaa qophaa’ummaa olaanaarratti kan argamu ta’uu Ajajaa…
MM Abiy Ahimad golaambaa wareegamtootaa Aljeers daawwatan
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaatti taasisaa jiraniin golaambaa wareegamtootaa magaalaa Aljeersitti argamu daawwatan.
Muummeen…
Raayyaan Ittisa Biyyaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadeessaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)-Raayyaan Ittisa Biyyaa garee shororkeessaa ABUTiif akkaataa dhufaatii isaatti duubdeebii kennaafii jiraachuufi barbadeessaa jiraachuu ibseera.
Raayyichi…
Lammiileen olola diinaa cinaatti dhiisuun humna waloo akka tumsan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan lammiileen olola diinaa cinaatti dhiisuun humna waraanaa waloof aantummaa isaanii akka…
MM Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa galan
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii duree Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa magaalaa Aljeersi galaniiru.
Jilli Muummee…
Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf aarsaa barbaachisuu hunda kaffaluuf qophiidha – BMNS
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf aarsaa barbaachisuu hunda kaffaluuf qophii ta'uu beeksiise.
Mootummaan naannichaa…
Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf obboloottan naannolee biroo waliin hojjechuuf qophiidha –…
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf obboloottan naannolee biroo waliin hojjechuuf qophii ta'uu Bulchiinsi Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa…