Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gochaalee meeshaalee deeggarsaarratti raawwatamu kamuu nan balaaleffadha-Maartiin Giriifsi
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Gochaalee meeshaalee deeggarsaarratti raawwataman kamuu kan balaaleffatan ta’uu Dhabbataa Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaan Dhimmoota Namoomaa…
Dameen miidiyaafi kominikeeshinii haala qindaa’aa ta’een odeeffannoo tamsaasuu qaba- Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate keessaa bahuuf tattaaffii taasistuuf dameen miidiyaafi kominikeeshinii haala adeemsa caasaa isaa eeggateeniifi qindaa’aa…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Ruwaandaa waliin ni taphata
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii xumuraa Shaampiyoon Shiippii Liigii Biyyoota Afrikaaf har’a gita isaa Ruwaandaa waliin ni…
Gamaaggamni karooraa qaamolee nageenya fi milishaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) –Waajjirri milishaa Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii waggaa bara 2014 fi karoora bara 2015 Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Marichatti hoggansi…
Daandichi badhaasa daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa mo’ate
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa 2022 mo’ateera.
Daandichi, barruun Giloobaal Tiravel badhaasaa tiraaziis…
ABUT Waraana dhaabee gara mariitti akka dhufuuf dhiibbaan akka taasifamu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – ABUT waraana eegale hatattamaan dhaabee gara marii nageenyaatti akka dhufuuf dhiibbaa haa uumnu jechuun Ministirri Ministeeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Guyyoottaan 10 xumuraa Baatii Hagayyaa keessa hammi roobaa ni hir’isa jedhame
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Guyyoottaan kurnan xumuraa Baatii Hagayyaa keessa hammi roobaa kan hir’isu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Biyyaalessaa beeksiise.…
Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiistuu Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiistuu Ameerikaa Teereesaa An Jaakoobsan waliin mari’atan.…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii Idilee 3ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii Idilee 3ffaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2014…
Hojiilee qulqullina barnootaa fooyyessuuf eegalaman nan deeggara- Kaanaadaa
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hojiilee qulqullina barnootaa fooyyessuuf eegalaman kan deeggaru ta’uu mootummaan Kaanaadaa beeksise.
Ministirri Ministeera Barnootaa…