Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Jimmaa boru barattoota 3176 ol ni eebbisiisa
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa boru barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 176 ol ni eebbisiisa.
Eebbifamtootaa keessaa 246 barattoota…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen xalaayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 7 fuudhan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota biyyoota 7 harkaa xalaayaa muudamaa fuudhan.
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa…
Af-yaa’onni Manneen Maree naannolee Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Af-yaa’onni Manneen Maree naannolee Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa daawwatan.
Daawwanicharratti Af-yaa’ota manneen mare naannolee hundaa dabalatee…
MM Abiy Ahimad koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’ataniiru.
Gahee hayyoonni misooma Ityoophiyaa keessatti qaban…
Abdiin nageenyaa jalqabame akka mirkanaa’u itti gaafatama abbummaa ni ba’anna-Abbootii Amantaa…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Abdiin nageenyaa jalqabame akka mirkanaa’u itti gaafatama abbummaa ni ba’anna jechuun Abbootii Amantaa Naannoo Tigraay dubbatan.
Abbootii Amantaa,…
Pireezidaanti Yiliqaal Warshaa Huccuu Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarrame eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa fi jilli isaaniin durfamu Warshaa Huccuu Dabra Birihaanitti Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarrame…
Dorgaadorgeen Mo’aa Mo’attootaa ‘Faanaa Laamroot’ Boruu Xumurama
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Dorgaadorgeen Mo’aa Mo’attootaa ‘Faanaa Laamroot’ boru xumurama.
Dorgomtoota 12 marsaawwan 3 injifatan, morkattoota lama haala addaatiin hirmaataan…
Obbo Dammaqaan jila hoggantoota Liigii Musiliimoota Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin jila hoggantoota Liigii Musiliimoota Idil Addunyaa waliin mari'ataniiru.…
Ijaarsi Piroojektii Gola Ambaa Adwaa %77 irra gahuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Ijaarsi Piroojektii Gola Ambaa Adwaa Kiiloomeetira zeeroo %77 irra gahuu ibsame.
Yeroo ammaa hojiileen xumuraa piroojektichaa hojjetamaa jiraachuu…
Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa’u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa'u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii akka ba'an waamichi dhiyaatera.
Leenjii hoggantoota…