Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT hojiilee deeggarsa namoomaa akka kabaju USAID yaadachiise
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – ABUT hojiilee deeggarsa namoomaa akka kabaju Hoggantuun USAID Saamaantaa Paawor yaadachiisaniiru.
USAID saamicha boba’aa ABUT raawwate kan balaaleffatu…
Magaalichatti dambiin daballii kiraa Manaa dhorkuuf ba’e baatii 6f dheerate
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dambiin daballii kiraa manaa dhorkuuf ba’e baatii 6f dheerachuu ibsameera.
Baatiwwan jahan itti aananiif gatii kiraa manaa…
ABUT baala sammuu hadoochu Tigiraayiin galchuuf ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT baala sammuu nama hadoochu karaa Afaariin Naannoo Tigiraayiin galchuuf ture kuntaalli hedduun eeruu ummataa fi hordoffii…
Kaabineen Naannoo Gaambeellaa murteewwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Gaambeelaa walga’ii ariifachiisaa kaabinee gaggeesseen murteewwan garaagaraa dabarseera.
Walga’ichaan ajandaawwan sadiirratti kan…
Saamichi ABUT raawwate ummata Tigiraay rakkoo hamaaf kan saaxilu ta’uu Sagantaan Nyaata Addunyaa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Hidhattoonni ABUT mankuusaa Sagantaa Nyaata Addunyaa keessaa saamichi raawwate Ummata Tigiraay rakkoo hamaaf kan saaxilu ta’uu dhaabbatichi beeksiseera.…
DhMG misooma qindaawaa nageenya lammiilee mirkaneessu akka hojjetu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Koomishinarri Koomishinii Hogganaa Sodaa Balaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamaariyaam, Ityoophiyaatti gareen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Aadde Adaanach Oosmaan Diiyoon waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diiyoon waliin…
Piroojektiin Bishaan Dhugaatii Lammiilee kuma 11 fi 700 fayyadamoo taasiisu xumurame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Harargee Bahaa fi naannawaa daangaa naannoo Somaaleetti Piroojektii Bishaan Dhugaatii Lammiilee kuma 11…
Bulchiinsi Dirree Dawaa fi Embaasiin Ameerikaa hojjiilee waloon hojjetanirratti mari’atan
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Bulchiinsa Magaala Dirree Dawaa Obbo Kadiir Juhaarii fi Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Embaasiin Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An…
ABUT deeggarsa namoomaa maqaa ummata Tigraayiin dhufe waraanaaf oolchuu itti fufe –TKM
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – ABUT deeggarsa namoomaa maqaa ummata Tigraayiin dhufe waraanaaf oolchuu itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Addi Bilisa Baasaa…