Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa’u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa'u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii akka ba'an waamichi dhiyaatera.
Leenjii hoggantoota…
Liigiin Musiliimoota Idil Addunyaa hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Qindeessummaa Pireezidaantii Dhimmoota Islaamumnaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Hajii Ibraahiim Tufaan Liigiin Musiliimoota Idil Addunyaa hoggantoota…
Namootaa waraqaa eenyummaa sobaan burjaajii uumanirratti tarkaanfiin fudhatama jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Namoota dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun ‘Miseensa Dhaabbata Tajaajilaa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, dhabbilee mootummaa fi kanneen…
Baazaarii fi egzibiishiniin Intarpiraayizoota Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddugaleessaa Hawaasaatti…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Baazaarii fi egzibiishiniin Intarpiraayzootaa Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddugaleessaa biyyaalessaa Magaalaa Hawaasaatti baname.
Baazaarii fi egzibishiin…
Embaasichi lammiilee Ityoophiyaa 200 karaa seeraan alaa Afrikaa Kibbaatti imaluuf turan gara biyyaa…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Keeniyaatti Embaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa 200 daangaa Keeniyaa ce’uun karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaa imalauuf turan gara biyyaa…
Pireezidaanti Saahilwarqi Ministiroota Alaa Faransaayii fi Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Ityoophiyaa Saahilwarqi Zaawudeen Ministira Dhimma Alaa fi Awurooppaa Faransaay Kaatiriin Kolonaa fi Ministira Dhimma Alaa Federaalaa Jarman…
Jilli Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsaniin durfamu Magaalaa Jimmaa gale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Jilli Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiiftuu Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsaniin durfamu Magaalaa Jimmaa galeera.
Jilichi wayita Buufata…
Dhaabbata teeknooloojii ammayyaa fi humna namaa gahumsa amansiisaa ta’e qabu ijaaraa jirra –…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Dhaabbata teeknooloojii ammayyaa fi humna namaa gahumsa amansiisaa ta’e qabu ijaaraa jirra jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Letanaal Jeneraal Yilmaa…
MM Abiy Ahimad Ministiroota Alaa Faransaayii fi Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa fi Awurooppaa Faransaay Kaatiriin Koloniinaa fi Ministira Dhimma Alaa Federaalaa Jarman Anaaleenaa…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Ajaja Kaaba-Lixaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan hospitaalaa sadarkaa 3ffaa Ajaja Kaaba-Lixaa Baahirdaaritti argamu…