Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Har’as borus rakkoo ummata Tigraay karaa nagaan furuutu filataamaadha – TKM
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Har’as borus rakkoo ummata Tigraay karaa nagaan furuun filataamaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Mootummaan waraana Kaaba…
Magaalaa Sabbataatti meeshaaleen waraanaa adda addaa to’atame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa adda addaa seeraan ala Bosona Gaambeellaa ka’uun Magaalaa Finfinnee seenuuf ture Keellaa Diimaatti to’atamuu ibsameera.…
Boordichi gaaffii gurmaa’iinsa ummataa dhiyaaterratti murtoo dabarse
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) –Boordiin Filannoo Ityoophiyaa gaaffii gurmaa’iinsa ummataa Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii dhiyeessanirratti murtoo dabarseera.…
Diinagdee biyyattii hirkattummaa jalaa baasuuf hojiileen xiyyeeffannoo barbaadan jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014(FBC)- Diinagdee biyyattii hirkattummaa biyyoota alaa jalaa baasuuf hojii mootummaan hojjechaa jiru jajjabeessaa ta’us hojiileen xiyyeeffannoo barbaadan jiraachuu…
Qormaata ce’umsaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumuramaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Qormaata Biyyaalessaa 12ffaa kennuuf qophiin guutumaa guutuutti xumuramaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaatilee biyyaalessaa…
Yuuniseef Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 5.1 akka taasisu ibse
Finfinnee, Hagayya 18, 2014(FBC)- Yuuniseef lammiilee Ityoophiyaa sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 5.1 kan taasisu ta’uu ibse.
Ministirri Ministeera Dhimma…
Baaleetti pirojektiiwwan jallisii Birrii miiliyoona 250 ijaaraman tajaajilaaf qophaa’an
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti pirojektiiwwan jallisii ammayyaa 15 hojjetamaa jiran keessaa pirojektiiwwan saddeet Birrii miiliyoona 250 oliin hojjatamanii xumuraman…
Baankichi hidhichaaf Birri biiliyoona 149.8 dhiyeessuu beeksise
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf dhiyeessii faayinaansii Birrii biiliyoona 149.8 dhiyeessuu beeksiseera.
Sagantaan…
Ministeerichi konkolaattota Birrii miiliyoona 423tti tilmaamaman naannoleef qoode
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Ministeerri Bishaaniifi Inarjii konkolaattota 69 Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 23tti tilmaamaman naannoleef qoode.
Konkolaattonni kunneen…
Imalli nyaataan of danda’uu Ityoophiyaa wayita sakatta’amu
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan, walitti bu’iinsaan, beelaa fi rakkoon kan qoramaa turte taatus, kan darberraa barachuun yeroo ammaa haalota jiraan gara carraa gaariitti…