Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen kumni 1 fi 171 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 171 har’a gara biyyaatti deebi’aniiru.
Guyyaa har’aa kanneen deebi’an…
Dameewwan xiyyeeffannaan duraa kennamerratti dhaabbilee alaa hawwachuuf gaheen misiyoonotaa…
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Filamaatilee invastimatii dameewwan xiyyeeffannaan duraa kennameef irratti dhaabbilee biyyaa alaa dorgomtoota ta’an hawwachuuf tattaaffii taasifamu keessatti…
Hoggantoota shaneerraa ergama fudhachuun gocha shororkeessummaaf socho’aa kan turan shakkamtoonni 9…
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Miseensota garee shrorkeessaa shanee ta’uun hoggantoota garechaa waliin tooftaalee quunnamtii garaagaraan wal arguun Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti…
Murtoo Ummataa Naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf filattoonni miiliyoonni 2.9 ol galmaa’an – BFBI
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Godinaaleen 6 fi aanaaleen addaa 5 waliin gurmaa’uun naannoo haaraa hundeessuuf murtoo Ummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf filattoonni miiliyoonni 2.9…
Manni marichaa muudamoota garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Shaggar Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa muudamoota adda addaa dhiyeessan…
Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessa qurxummii eebbifame
Amajjii 1, 2015(FBC)- Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessaafi gurgurtaa qurxummii eebbifameera.
Giddugalichi qabeenya qurxummii naannichaa karaa ammayyaan misoomsuufi itti…
Tajaajila geejjibaa uummataa irratti fooyya’iinsi taariifaa taasifamuu ibsame
Amajjii 1, 2015(FBC)- Tajaajila geejjibaa uummataa qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi taariifaa taasifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistikii beeksise.
Fooyya’iinsichi konkolaattota…
Bulchiinsi magaalichaa nannaawaa hara Dambal misoomsuuf hojjetaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Nannaawaa haraa Dambal misoomsuufi xeyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Bulchinsi magaalaa Baatuu Beeksiseera.
Bulchinsi magaaalicha naannawaa harichaa…
Injinar Taakkalaa Uumaan adeemsa ijaarsa warshaa warqee Kurmuuk daawwatan
Amajjii 1, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan adeemsa ijaarsa warshaa warqee Kurmuuk daawwatan.
Warshichi karoora oomisha warqee sadarkaa dhaabbilee…
Ayyaana cuuphaa Magaalaa Baatuutti!
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Magaalaa Baatuutti Ayyaana Cuuphaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin xumuramaa jiraachuu ibsame.
Baatuun magaalota carraa Turiziimii qaban keessaa…