Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Awaash horsiisee bultoota godina Gujii hongee fi rakkoo nageenyaatiin miidhamaniif…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)– Baankiin Awaash horsiisee bultoota Godina Gujii sababa hongee fi rakkoo nageenyaatiin rakkoolee garaagaraan saaxilamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii…
Manni amala sirreessaa Godina Jimmaa sirreeffamtoota amalaa hojii misoomaa irratti hirmaachisaa jira
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)– Manni amala sirreessaa Godina Jimmaa sirreeffamtoota amalaa hojii misoomaa irratti hirmaachisaa jira.
Manni amala sirreessaa Godina Jimmaa…
Fedhii xaa’oo waaraan furuu fi gabbina biyyoo eeguuf xiyyeeffannoon hojjetamu qaba-Ministeera Qonna
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)- Fedhii xaa’oo waaraan furuu fi gabbina biyyoo eeguuf xiyyeeffannoon hojjetamu qaba jechuun Ministeera Qonna beeksiseera.
Ministeerri Qonnaa dhimmoota…
Seenaatar Kiim Jaaksan Ityoophiyaarratti ejjennoo dogoggoraa fudhachuutti dhiifama gaafatan
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Seenaatarri Joorjiyaa Kiim Jaaksan odeeffannoo sobaa ABUT fi deeggartoota isaan gowwoomfamuun Ityoophiyaarratti ejjennoo dogoggoraa fudhachuu…
Aanaa Jimmaa Arjootti miseensonni Shanee 21 karaa nagaan harka laatan
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti miseensonni Shanee 21 karaa nagaan harka laachuun himameera.
Aanaalee Jimmaa Arjoo fi…
Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa abbootii warraa kuma 4 oliif deeggarsa meeshaalee taasise
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Godina Wallagga Bahaa aanaa Guutoo Giddaatti abbootii warraa kuma 4 fi 350f deeggarsa meeshaalee taasiseera.…
Ogeeyyiin Tajaajila Elektirikaa 3 wayita matta’aa fudhatan harkaa fi harkatti to’ataman
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Kutaa magaalaa Addis Katamaatti Ogeeyyiin Tajaajila Elektirikaa 3 wayita matta’aa fudhatan harkaa fi harkatti to’atamuu Poolisii magaalaa…
MM Abiy Ahimad namoota humna hin qabne waliin maaddii qooddatan
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa fi Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun namoota humna hin qabne waliin maaddii qooddataniiru.…
Komiishinichi hawaasni wayita ayyaanoota Faasikaa fi Ramadaanaa kabaju balaa tasaarra akka ofeeguu…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa fi Ibiddaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hawaasni wayita ayyaanoota Faasikaa fi Ramadaanaa kabaju balaa ibiddaa fi…
Humni waloo gaaffii nageenyaa jiraattota magaalichaa deebisuuf hundaa’e hojii eegaluu ibsame
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Humni waloo gaaffii nageenyaa jiraattota magaalaa Finfinnee deebisuuf hundaa’e hojii eegaluu ibsameera.
Rakkoon uummataa akka furamuuf uummata waliin…