Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorannoo hojiirra oolmaa sirna barnootaa af-daneessaarratti maatii barattootaa waliin mari’atame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti qorannoo hojiirra oolmaa sirna barnootaa af-daneessaarratti maatii barattootaa kutaalee magaalaa hundarraa walitti babba’an waliin…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Arsii Lixaatti misooma qamadii bonee eegalchisan
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Arsii Lixaa Aanaa Eeban Arsiitti , hojii facaasaa misoomaa qamdii bonee…
Sagantaa inshuraansii fayyaa babal’isuun tajaajila fayyaa waliingahuuf hundi gaheesaa ba’achuu…
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Sagantaa inshuraansii fayyaa babal’isuun tajaajila fayyaa waliingahuuf hundi gaheesaa ba’achuu qaba jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Dhimma…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa hoggantoota Godinaa, Kantiibootaa fi Aanaalee Oromiyaa waliin…
Finfinnee, Mudde 22 ,2015 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa hoggantoota Godinaa, Kantiibootaa fi Aanaalee Oromiyaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa jiraachuu ibsame.
Marichis…
Giddugalli Misooma ‘Ityoo- Saayiber Taalent’ barattoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- GIddugalli Misooma ‘Ityoo- Saayiber Taalent’ barattoota leenjisaa ture eebbisiisaa jiraachuu ibsame.
Giddugalichi gola ambaa Saayinsiitti barattoota marsaa…
Oromiyaan qabeenya albuudaan kan badhaate taatus faayidaan barbaadamu irraa argamaa hin turre…
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Oromiyaan qabeenya albuudaan kan badhaate taatus xiyyeeffannaan damichaaf laatame laafaa waan tureef faayidaan barbaadamu irraa argamaa kan hin turre ta’uu…
Sosochiin ” Ityoophiyaan haa Oomishtuu ” naannoo Harariitti gaggeefamaa jira
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Sosochiin " Ityoophiyaan haa Oomishtuu " naannoo Harariitti gaggeefamaa jira.
Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badriin saganticharratti…
Meeshaaleen kontroobaandii Birrii miiliyoona 166 olitti tilmaamu to’atame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 66 olitti tilmaamu Komishiniin Gumruukaa beeksise.
Koomishinichi Mudde 16 -20 ,2015tti…
Pireezidaanti Saahilawarqi Ambaasaaddaroota garaagaraa muudan
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ambaasaaddaroota garaagaraaf muudama laataniiru.
Haaluma kanaan:-
1.Obbo Umar Huseen Obbaa
2.Obbo Tafarii…
Lammiileen kumni 1fi 8 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 8 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 695 dhiiroota ,234…