Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58fi Doolaarri Ameerikaa kumni 12 to’atame
Mudde 24, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58’tti tilmaamamuufi Doolaarri Ameerikaa kumni 12 to’atamuu ibsame.
Waajjirri Gumruukaa Damee Jigjigaa Mudde 21-23,…
Korichi lammiilee Godina Gujii Lixaa sababa nageenyaan buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa lammiilee Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaa sababa nageenyaan buqqa’an kuma 24 ta’aniif deeggarsa taasiiseera.…
Guyyoottan 10’n dhufan kutaalee biyyattii tokko tokkotti roobnii fi duumessi ni jiraata-…
Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Haalli qilleensaa rooba kennaan waan mudataniif kutaalee biyyattii tokko tokkotti roobni gadaanaa fi duumessi akka jiraatu Inistiitiyuutiin Raaga Haala…
Oomisha warshaalee simmintoo haala dabaluun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Warshaaleen simmiintoo hojiirraa jiran haala oomisha isaanii dabaluun dand’amu fi dhiyeessii galteerratti mari’atame.
Dhimmicha ilaalchisuun waltajjiin…
Naannoo Afaaritti koreen farra malaammaltummaa hundaa’e
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Koree Farra malaammaltummaan hundeessaniiru.
Obbo Awwal Aarbaan koree farra malaammaltummaa miseensota 5…
Mariin mata duree “Gahee Hayyootaa Ijaarsa Biyyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Yunivarsiitiiwwan garaagaraa keessatti mariin mata duree "Gahee Hayyootaa Ijaarsa Biyyaaf" jedhuun gaggeeffamaa jira.
Mariin kun Yunivarsiitiiwwan…
Balaliin xiyyaaraa gara Shiree Indasillaaseetti eegale
Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii idilee gara Magaalaa Shiree Indasillaaseetti guyyaa har’a eegaleera.
Balaliin gara magaalichaatti taasifamaa ture…
Kutaa magaalaa Eekkaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 50 olii manca’e
Mudde 24, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 5 naannoo Shoolaa Gabaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 50 olii manca’uu Komishiniin Hoggansa…
Meeshaalee seeraa qabeessa da’eeffachuun meeshaleen elektorooniksii seeraan ala biyya keessa galuuf…
Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Waajjira Damee Gumurukaa Mojootti meeshaalee seera qabeessaa da’eeffachuun qaama kompiwuutara keessa kompiwuutaroota laaptooppii 100, hardi diskiiwwanii fi…
Harargee Bahaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera.
Aanaa Baabbilee ganda Jaalallee iddoo addaa Oksan…