Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Laga Xaafoo Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Daa'imman Dhibee Sammuu 'Down Sydrome' jedhamu qaban itti baratan Laga Xaafootti Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame…
Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen xaalayaa mudama isaanii Uhuuruu Keeniyaataaf dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaddara Guutuu Ityoophiyaa ta'uun kan muudaman Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen xaalayaa mudama isaanii Pireezidaantii Keeniyaa Uhuuruu…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 76 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Balallii marsaa sadiin guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 76 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi…
Distiriktichi bara 2015tti maamiltoota haaraa kuma 27’f lakkooftuu galchuuf karoorfachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Bara 2015’tti lakkooftuu kuma 27 ol maamiltoota haaraaf galchuuf karoorfatee hojjachaa jiraachuu Tajaajila Humna Elektirikii Oromiyaatti Distiriktiin…
Dhaabbileen Siiviilii Hawaasaa hojiilee misoomaarratti ga’ee olaanaa ba’achaa jiru- Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Dhaabbileen Siiviilii Hawaasaa hojiilee misoomaa mootummaafi abbootii qabeenyaan hin uwwifamne hojjechuun ga’ee olaanaa ba’achaa jiraachuu Waajjira…
Baankiin Awaash naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoona 5 deeggarsa taasise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Baankiin Awaash mootummaa naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoona 5 deeggarsa taasiseera.
Daayrektarri Damee Kibba Lixaa baankichaa obbo…
Baankiin Adduyaa interpiraayizoota oomishaa gadaanaa fi giddugaleessaaf Doolaara miiliyoona 200…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Baankiin Adduyaa interpiraayizoota oomishaa gadaanaa fi giddugaleessaaf Doolaara miiliyoona 200 dabalataan ramaduu Misoomni Intarpiraayizii Ityoophiyaa…
Waltajjiin marii waliin jireenya uummattoota naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Waltajjiin marii waliin jireenya uummattoota naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf kaayyeffate magaalaa Asoosaatti gaggeeffamuu eegaleera.…
Naannoon Beenishaanguul Gumuz fi Giloobaal Deeviloopimanti waliin Invastimantii Damee Barnootaa…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa Naannoo Beenishaanguul Gumuz fi dhaabbanni dhuunfaa Giloobaal Deeviloopimanti waliin Invastimantii Damee Barnootaa…
Balaliin xiyyaaraa gara Maaniilaatti addaan citee ture eegale
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Giddugala daldalaa fi faayinaansii Filiippiinsi kan taate Magaalaa Maaniilaatti balaliin xiyyaaraa addaan citee ture eegaluu Daandiin Qilleensaa…