Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni awwaalchaa Dooktara kabajaa Aagaa Xeenxanoo Muddee 16,2015 raawwatama
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Sirni awwaalchaa Yuuba Gadaa Gujii Dooktara kabajaa Aagaa Xeenxanoo Muddee 16 ,2015 kan raawwatamu ta’uu ibsame.
Sirni gaggeessaa reeffa isaanii Mudde 16…
Guyyaa kabaja Ayyaana Qullubbii Gabreeliif qophii gahaan taasifameera- Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Guyyaa kabaja Ayyaana Qullubbii Gabreeliif qophii gahaan taasifamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Guyyaa kabaja Ayyaana Qullubbii Gabreelii Harargee Bahaa…
Jibuutiitti godaantotni Ityoophiyaa 253 balaa Bidiruurraa baraarraman
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Jibuutiitti godaantotni Ityoophiyaa 253 Bidiruun imaluun balaa irra ga’uuf turerraa baraarramuu ibsame.
Jibuutiitti Bidiruun daddabarsitoota namoota…
MM Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Warshaa daabboo guyyaatti kuma 300 oomishu…
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daakuu fi daabboo guyyaatti daabboo kuma 300 oomishu Magaalaa Walaayittaa…
Noorwey deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatti taasiftu cimsite akka itti fuftu beeksifte
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)-Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Noorwey fi Gamtaa Afrikaatti Bakka Bu’aan Dhaabbii Noorwey Ambaasaaddar Istiyaan Kiristiinsan biyyi isaanii, Ityoophiyaatti…
Daandiin qilleensicha tajaajila fe’umsa gogaa gosoota 4n badhaasaaf kaadhimame
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa tajaajila meeshaalee fe’umsa gogaa gosoota 4’ badhaasaaf kaadhimamuu ibsame.
Daandiin qilleensicha tajaajila meeshaalee …
Ajajaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa fi Ajajaan Hidhattoota ABUT Naayiroobiitti mari’atan
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)-Ajaajaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa fi Ajaajaan Hidhattoota ABUT Naayiroobiitti mari'atan.
Ajajoonni kunneen raawwii waliigaltee Piritooriyaarraatti…
Komishinichi Yunivarsiitawwan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Komishiniin Maree Biyyaalessaa Yunivarsiitiiwwan mootummaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Komishinarri Olaanaan Komishinichaa…
Ministeerichi Piroojektoota Jallisii Aanniisaa Aduun hojjetan 9 ifoomse
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Piroojektoota Jallisii Aanniisaa Aduun hojjetan 9 ifoomseera.
Piroojektoonni misooma Jallisii kunneen baasii Doolaara…
Lammiileen kumni 1 fi 106 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 106 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen deebi’an kunneen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa…