Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2018 eegale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2018 guyyaa har’aa eegaleera.
Naannichatti adeemsi baruufi barsiisuu bara kanaa guyyaa…
Dhalootni ammaa dhaloota seenaa himu, seenaa barreessuufi seenaa hojjetuudha – obbo Awwaluu…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaatti sosochii ga’umsaa qaamaan gammachuu isaanii…
Hidhi Haaromsaa gamtaan danda’uu keenyaaf ragaa jiraataadha- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa gamtaan danda’uu keenyaaf ragaa jiraataadha jedhan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa…
Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun magaalota Gambeellaafi Asoosaatti…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Naannoo Gambeellaa magaalaa Gambeellaafi Naannoo Beenishaangul Gumuz magaalaa Asoosaatti…
Hidhi Haaromsaa Guddichi bayyanachuu Itiyoophiyaaf bu’uura- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hidhi Haaromsaa Guddichi bayyanachuu Itiyoophiyaaf bu’uura ajaa’ibsiisaadha jedhan.
Eebbifamuu…
Hidhi Haaromsaa duudhaa Itiyoophiyaanonni hojjetanii agarsiisu jedhuuf ragaadha- Pireezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Hidhi Haaromsaa duudhaa Itiyoophiyaanonni fageessanii yaadu, ni qoratu hojjetanii agarsiisu, bu’aa isaas ni…
Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira.
Hirmaattonni hiriirichaa…
Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma.
Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu…
Gareen Finxaaleyyii Faannoon ergama diinotarraa fudhachuun hokkoraa fi waraanaan biyya diiguuf…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Gareen Finxaaleyyii naannoo Amaaraa keessa hidhannoon socho'u Faannoo ofiin jedhu ergama diinotarraa fudhachuun hokkoraa fi waraanaan biyya diiguuf…
Agarsiisni kaarnivaala goobeefi shinooyyee torbee tokkoof gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Agarsiisni kaarnivaala goobeefi shinooyyee torbee tokkoof gaggeeffamaa ture guyyaa har'aa karaa Aadaafi duudhaa isaa eeggateen xumurameera.
Hooggantuun…