Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Maaddii qoode
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa adda addaaf maaddi qoodaniiru.
Aadde…
Komishiniin Gamtaa Afrikaa Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhe
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Dura Taa'aan Komishiniin Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhan.
Ummannii fi…
Bulchiinsi magaalaa Shaggar Maaddii qoode
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Ayyaana bara haaraa 2018 sababeeffachuun kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Dooktar Abiy Ahimad Maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon wayita Maaddii qoodan suuraan
Imbaasiwwan biyyoota garaagaraa fi dhaabbileen idil addunyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Imbaasiwwan biyyoota garaagaraa fi Dhaabbileen idil addunyaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Ayyaanni Bara Haaraa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Ayyaanni Bara Haaraa 2018 guutuu Itiyoophiyaatti kabajamaa jira.
Abbootiin amantaalee, hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannolee,…
Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon bara haaraa 2018 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Itiyoophiyaatti…
Ummanni Oromoo akkasumas ummanni biyya keenyaa marti baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ummata Oromoo akkasumas ummata biyya keenyaa maraan, baga bacaqii gannaa baatanii booqaa…
Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Walitti Qabaa Boordii ‘CIFF’ waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Hundeessaafi Walitti Qabaa Boordii Faawundeeshinii Fandii Invastimantii Daa’immanii (CIFF) Sar…
Yaa’iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaan xumurame
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Qaammee 3-5, 2017 Finfinneetti gaggeeffamaa kan ture Yaa’iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaan xumurameera.
Pireezidaantiin FDRI Taayyee…