Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhi Haaromsaa Guddichi eenyummaa fi asxaa biyyaalessaa keenya- Hojjettoota Hidhichaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi eenyummaa fi asxaa biyyaalessaa keenya jedhan hojjettoonni Hidhichaa.
Waggoottan 14 darbaniif Hidha Haaromsaatti…
Mootummaan nageenya waaressaa, misooma fayyadamummaa uummataa mirkaneessan baay’inaafi…
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin mootummaan nageenya waaressaa, misooma ariifataa fayyadamummaa uummataa…
Kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf riifoormii seeraa hojiirra oolchuun hojjetamaa jira-Biiricha
Finfinnee, Hagayyaa 29, 2017 (FMC)- Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf riifoormii seeraa bal’aa hojiirra oolchuun hojjetamaa jira jedhe.
Yaa'iin…
Hidhi Haaromsaa Guddichi xumuramuun isaa nu boonseera-Rogeeyyii Miidiyaa
Finfinnee, Hagayyaa 29, 2017 (FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddichi xumuramuun isaa nu boonseera jedhan rogeeyyiin miidiyaa.
Ustaaz Jamaal Bashir Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif yaada kenneen,…
Magaalichatti oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan gahaan dhiyaataniiru- Biiroo Daldalaa Magaalichaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen barbaachisan haala gahaa ta'een dhiyaataniiru jedhe Biiroon Daldalaa Magaalichaa.
Hoggantuun…
Ayyaanni Mawuliidaa magaalota Jimmaafi Harariitti kabajamaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kumni 1 fi 500ffaan magaalota Jimmaafi Harariitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaanichi magaalaa Jimmaatti sirnoota…
Hidha Haaromsaa Guddicha irratti namoota kuma shaniif carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Hidha Haaromsaa Guddicha irratti namoota kuma shaniif carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Hojiifi Ogummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz.…
Ayyaanni Mawuliidaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Anwaaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kuma 1 fi 500ffaan Finfinnee Masjiida Anwaaritti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaanichi sirnoota amantichaa garaagaraan…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa kuma 1 fi 500ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaanti…
Yaa’ichi Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana Mawuliidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse.
Yaa’ichi baga ayyaana…