Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga'ii Idileen Mana Maree Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurame.
Walga'ichi dhimmoota biyyaalessaarratti mari'ataa…
Paartiileen Siyaasaa Danbii naamusa kaadhimamtootaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Paartiileen siyaasaa danbii naamusa kaadhimamtootaa Boordiin filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf qopheesse…
Guyyaan hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Guyyaan hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa Itti fufeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Manni Maree Paartii Badhaadhinaa…
Boordichi dambii namuusa kaadhimamtoota filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dambii namuusa kaadhimamtoota filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ifoomseera.
Wayita duula na filadhaa fi…
Boordichi filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti leenjiftoota olaanoof leenjii kennuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti leenjiftoota olaanoof leenjii kennuu eegaleera.
Filannoo…
Agarsiisa garaagaraa Ajaja duultoota addaa humna Qilleensaa
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Ajajni duultoota Addaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 65ffaa sababeeffachuun agarsiisa loltummaa gaggeessaa jira.
Ajajichi Qilleensaarraa,…
Tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe.
Hojii Raawwachiisaa…
Boordichi Walgaltee Tumsa Biyyaalessaa ragalee sobaa ittisuu dandeessisu ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Waligattee Tumsa Biyyaalessaa ragaalee sobaa fi burjaajessoo filannoon wal qabatan ittisuuf…
Hojjettoonni boba’aa seeraan ala gurguran lama hidhaa cimaa fi maallaqaan adabaman
Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaa magaalaa Moojootti hojjetoonni raabsaa boba'aa karaa seeraan alaan utuu boba'aa buusanii qabaman lama hidhaa cimaa fi maallaqaan…