Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dudhaaleen aadaa fi amantaalee agarsiistuu Tokkummaa Sabdaneessummaa keenyaatti-TKM
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC)-Dudhaaleen aadaa fi amantaalee agarsiistuu Tokkummaa Sabdaneessummaa keenyaatti jedhe Tajaajilli kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilli Kominikeeshinii…
Mootummaan rakkoolee godaansa seeraan alaan mudachaa jiran hambisuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jira…
Finfinnee, Hagayya 15, 2017 (FMC) – Godaansi seeraan alaa gaaga'ama lubbuu namaa fi mancaatii qabeenyaa hordofsiisuun biyya miidhaa jira jedhe Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Leenjiin Hoggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaaf kennamu eegale
Finfinnee, Hagayya 15, 2017 (FMC)- Hoggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaaf Leenjiin dandeettii hoggansaa cimsu kennamuu eegaleera.
Leenjichi dandeettii hoggansa mootummaa sadarkaan jiru…
Hirmaannaan hawaasni misooma keessatti mul’isaa jiru jijjiirama qabatamaa fideera – Hayyoota
Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC) – Tarsiimoo misoomaa mootummaan hojiirra oolchaa jiru keessatti hirmaannaan hawaasni dammaqinaan mul’ise jijjiirama qabatamaa fideera jedhan hayyoonni damee…
Fooyya’iinsi miindaa bu’a-qabeessummaa tajaajila mootummaa ni fooyyessa- Hayyoota
Finfinnee, Hagayya14, 2017(FMC) – Fooyya’iinsi miindaa hojiirra oole tajaajila mootummaa si’ataa fi qaqqabamaa ta’e kennuu dandeessisa jedhan hayyoonni dinagdee.
Hayyuun dinagdee Dooktar…
Wabii midhaan nyaataan of danda’uuf hojiileen hojjetamaa jiran Abdachiisoodha-obbo Awwaluu…
Finfinnee, Hagayya 14, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin wabii midhaan nyaataan of danda'uuf hojiileen qulqulliinaan, baay'inaa fi aritiin…
Mariin biyyaalessaa rakkoo siyaasaa Itiyoophiyaa furuuf furmaata isa xumuraati- Hayyoota
Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Mariin biyyaalessaa rakkoo siyaasaa Itiyoophiyaa furuuf furmaata isa xumuraati jedhan Hayyoonni.
Yeroo garaagaraatti rakkoo siyaasaa biyyattii furuuf…
Hayyoonni waliigaltee biyyaalessaaf gahee isaanii bahachuu qabu- Komishinnicha
Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa hayyoonni waliigaltee biyyaalessaa keessatti gahee isaanii bahachuu qabu jedhe.
Komishinichi mata duree “…
Paartileen siyaasaa 11 gamtaa paartii biyyaalessaa tokko hundeessan
Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Paartileen siyaasaa 11 gamtaa paartii biyyaalessaa tokko hundeessaniiru.
Paartileen kopha kophaatti socho’aa turan har’a bakka Walitti qabduun Boordii…
Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa eegale
Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa guyyaa har’aa Finfinneetti kennamuu eegaleera.
Leenjichi mata duree “ Gara Biyya Fakkeenyummaa…