Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Du’aan boqochuu obbo Amaan Fissahaatsiyooniin gaddi itti dhagahamuu Dooktar Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC) – Du’aan boqochuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaafi Hundeessaa ‘EBS’ obbo Amaan Fissahaatsiyooniin gaddi itti dhagahamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Teeleeviizhiinii ‘EBS’ du’aan boqotan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC)- Hojii Raawwachiisaa Olaanaa fi Hundeessaan Teeleeviizhiinii ‘EBS’ Obbo Amaan Fissahaatsiyoon du’aan addunyaa kanarraa boqotaniiru.
Obbo Amaan dhibee…
Walga’iin Idilee Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC) – Walga'iin idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa har'a ni gaggeeffama.
Walga'ii kanarratti hirmaachuuf Ministiroonni Dhimma…
Finfinneetti Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa hanga xumuramutti sosochiin Doqdoqqee dhorkame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti Boruu eegalee Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa hanga xumuramutti Doqdoqqeen ofuun dhorkaadha jedhe Biiroon Geejjibaa…
Walga’ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa Boruu fi Iftaan taa’ama
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Walga’ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 48ffaan Boruu fi Iftaan Magaalaa Finfinneetti taa’ama.
Walga’ichi mata duree ‘Dhiyeessii…
Itiyoophiyaan dorgommii Atileetiksii Idil Addunyaa qopheessuuf humna guutuu qabdi – Piirsi…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan dorgommii Atileetiksii Idil Addunyaa qopheessuuf humna guutuu qabdi jedhan Daayrekterri Olaanaan Atileetiksii Addunyaa Piirsi Oklaagaan.…
Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Pirezidaantii Itti aanaa Paartii Badhaadhinaafi Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti;…
Paartiin Badhaadhinaa mallattoo filannoo isaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa irratti kan ittiin dorgomu mallattoo filannoo ifoomseera.
Paartichi mata duree “Itiyoophiyaa gara…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa fi tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer Kaabaa Niiyaalee waliin mari’atan.…
Sosochii hojii torbee duula misoomaa kutaa magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti sosochii hojii torbee duulaa misoomaan daandii Keessa Keessaa Kiiloo Meetira 20 hojjechuuf har’a hojiin eegalame.
Torbee…