Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa baajata Birrii Tiriiliyoona 1.93 raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Idilee 42ffaa har’a taa’een wixinee labsii baajata bara 2018 Birrii Tiriiliyoona 1.93 ta’uun dhiyaate…
Dooktar Abiy Ahimad galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundi akka hirmaatu gaafatan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundi akka hirmaatu waamicha dhiyeessaniiru.…
Godinichatti Piroojektoonni 656 Birrii biiliyoona 2.3’n ijaaraman tajaajilaaf banamaa jiru
Finfinnee ,Waxabajjii 26, 2017 (FMC) - Godina Iluu Abbaa Boor aanaalee garaagaraatti Pirojektoonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan 656 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 300…
Hidhaan Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa yeroo dhiyootti ni eebbifama – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Hidhaan Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa yeroo dhiyootti ni eebbifama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Lammiilee miiliyoona 23 Seeftineetii keessaa baasuun danda’ameera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Lammiilee seeftineetiin hammatamanii turan miiliyoona 27 seeftineetii keessaa baasuuf hojii hojjetamaa tureen bara kana lammiilee miiliyoona 23…
Godinichatti Pirojektoonni 310 Birrii biiliyoona 6.3 hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Godina Harargee Bahaatti Pirojektoonni garaa garaa 310 ta’an Birrii biiliyoona 6.3’n hojjetaman eebbifaman.
Pirojektoonni kunneen hawaasa godinichaa…
Doolaara biiliyoona 3.5 Waanjoo Idaa Itiyoophiyaarraa kaafneerra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Doolaara biiliyoona 3.5 Waanjoo Idaa Itiyoophiyaarraa kaafneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Guddina Itiyoophiyaatti argameef hojjettoonni mootummaa sadarkaan jiran qooda adda duree qabu –…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Guddina Itiyoophiyaatti argameef hojjettoonni mootummaa sadarkaan jiran qooda adda duree qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Dooktar Abiy…
Bara kana tuuristoonni alaa miiliyoonni 1 fi kumni 300 Itiyoophiyaa daawwataniiru- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara kana tuuristoonni alaa miiliyoona 1 fi kuma 300 ta’an Itiyoophiyaa daawwataniiru jedhan.
Ministirri…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa hawaasa dhugoomsuuf hojjechaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa hawaasa dhugoomsuuf hojjechaa jira.
Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…