Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksisuuf gargaara – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksiisuuf gargaara jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa magaala Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Komishinichi Manneen jireenya Godina Shawaa Lixaatti ijaarsise jirattootaaf dabarse
Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa Godina Shawaa Lixaatti Manneen jireenyaa tajaajila tola ooltummaa gannaan ijaarsise dabarsee kenneera.
Manneen…
Dooktar Abiy Riizoortii Hara Loogoo eebbiisan
Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa har’aa Riizoortii Hara Loogoo eebbiisaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Yeroon galmee kaadhimamtootaa dheerate
Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Yeroon galmee kaadhimamtoota Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa hanga Guraandhala 16, 2018tti dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha…
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Sosochii ‘Barnoota Dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 200 ol walitti…
Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Sosochii ‘Barnoota Dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 200 ol walitti qabameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Hojiileen dhiibbaa jireenyaa jiraattota magaalichaa salphisan hojjetamaniiru- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) –Hojiileen dhiibbaa jireenyaa jiraattota magaalichaa salphisan hojjetamaniiru jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Manni Maree…
Gabateen haaraa KonkolaattootaaTajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf dandeessisa –…
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel gabateen haaraa Konkolaattootaa tajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf…
Lubni Darajjee Jambaruu Pireezidaantii Mana Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Lubni Darajjee Jambaruu Pireezidaantii Mana Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Manni Maree…