Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen shororkeessaa Shaneen godina Shawaa Kaabaatti lammiilee nagaarratti haleellaa raawwachuu…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraa Gundoo Masqalitti gareen shororkeessaa Shaneen lammiilee nagaarratti haleellaa raawwachuu Waajjirri Bulchiinsaa fi…
Magaalaa Finfinneetti konkolaachistoota seera kenniinsa tajaajila geejjibaa cabsan kuma dhibba…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaachistoota seera kenniinsa tajaajila geejjibaa cabsan kuma dhibba 1fi kuma 30 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon…
Godina Shawaa Kibba Lixaatti bara kana lafti hektaarri kumni 14 qamadii jallisiitiin misoomaa jira
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti bara kana lafti hektaarri kumni 14 qamadii Jallisiitiin misoomaa jira.
Keessumaa Godinichatti Aanaan Iluu sababa lagni…
Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa naannoo Hararii haala yeroo biyyaalessaarratti marii eegalan
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa naannoo Hararii haala yeroo biyyaalessaarratti marii gaggeessuu eegalaniiru.
Maricharratti preezdaantii naannichaa…
Komishinichi dhimmoota bulchiinsa daangaa, eenyummaa fi ofiin of bulchuurratti qorannoo gaggeessuu…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Komishiniin Dhimmoota Eenyummaa fi Bulchiinsa Daangaa Federaalaa dhimmoota bulchiinsa daangaa, eenyummaa fi ofiin of bulchuurratti qorannoo biyyoolessaa…
Hoggantoonni olaanoon naannoo Beenishaanguul Gumuuz haala waqtaawaa biyyaa fi naannoorratti mari’ata…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoon mootummaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz haala waqtaawaa biyyaa fi naannoorratti marii gaggeessuu eegalaniiru.
Maricharratti…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6tti…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa lammiilee godina Walloo Kibbaa gochaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona…
Hoggantoonni Biiroo Nageenyaa Naannoo Somaalee hoggantoota Rippabiliki Somaaliyaa bulchiinsa Hiir…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Biiroo Nageenyaa Naannoo Somaalee hoggantoota Rippabiliki Somaaliyaa bulchiinsa Hiir Shebeelee godina Hiraan waliin dhimmoota nageenyaarratti…
Hoggantoonni Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa haala yeroorratti marii taasiisaa jiru
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa haala yeroorratti marii taasiisaa jiraachuu ibsameera.
Dhimmoota…
Yaa’iin idilee Mana Maree naannoo Sidaamaa har’a eegala
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yaa’iin idilee marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa mana maree naannoo Sidaamaa har’a eegala.
Yaa’ichi guyyoota sadiif kan gaggeeffamu ta’uu Af Yaa’iin mana…