Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin Gumii Balal Marsaa 21ffaan gaggeefamaa jira
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Mariin Gumii Balal Marsaa 21ffaan mata duree"Qaala'iinsa Gatii, Sababootaa fi Furmaata isaa" jedhuun waajjiira preezdantii mootummaa naannoo…
Waltajjiin sosochii dandeettii Intarpiraayizootaa fi Oomishtummaa Misooma Indaastirii cimsuu…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Waltajjiin sosochii dandeettii Intarpiraayizootaa fi Oomishtummaa Misooma Indaastirii cimsuu mata duree ‘Ityoophiyaan haa oomishtu’ jedhuun…
Guyyaan hojjettoota addunyaa qophiiwwan garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Guyyaan hojjettoota addunyaa 47ffaan Ityoophiyaatti qophiiwwan garaagaraan kabajamaa jira.
Guyyaan hojjettoota addunyaa hojjettoonni…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti waamamaa Daayrektara sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti waamamaa Daayrektara sagantaa…
Sagantaan Afxiraa guddichi daandirraa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xumurame – Humna…
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) –Sagantaan Afxiraa guddichi daandirraa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa Federaalaa beeksise.
Sagantaan Afxiraa…
Badii badiin,gocha jibbisiisaa gochaa jibbisiisaan hin yaallu – Uztaaz Abbuubakar Ahimad
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Qaama Sagantaa Iidaa hanga Iidaa kan ta'e Afxiraan daandirraa guddichi har'a magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Taateewwan tibbana iddoolee tokko…
Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera.
Magaalichatti Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa…
Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaa Afxiraa daandiirraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera.
Sagantaa kanarratti hawaasni musiliimaa hedduun…
Sagantaan Afxiraa guddaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa kanarratti lammiileen kumaatamatti lakkaa’aman hirmaataniiru.…
Muway Kiibaakii Ityoophiyaaf michuu dhugaa turan-Preezdaant Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sagantaa gaggeessaa reeffa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamaniiru.
Saganticharratti…