Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diyaaspooraa gara biyyaa galaniif tajaajila geejjiba mijataa fi nageenyiisaa eegame laachuuf…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)-Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni miiliyoona 1 gara biyyaa dhufaniif tajaajila geejjiba mijataa fi nageenyiisaa eegame laachuuf mariin…
Magaalaan Qobboo sochii idileesheetti deebi’aa jirti-jiraattota
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Weerara garee shororkeessaa jalaa bilisa baatee kan turte magaalaan Qobboo sochii idileesheetti deebi’aa jiraachuu jiraattonni ibsan.
Gareen…
Inistityuutichi hojii madaalli gahumsa ogummaa mirkanneessuu irratti qooda fudhattoota waliin…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Inistityuutiin bulchiinsa Konistiraakshinii, hojii madaalli gahumsa ogummaa mirkanneessuu irratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera.
Mul'ata bara…
Koreewwan dhaabbii Caffee godinaalee 10tti qaamaan gadi bu’uun hordoffii fi to’annoo…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Koreewwan dhaabbii Caffee godinaalee 10tti qaamaan gadi bu'uun hordoffii fi to'annoo hojiiwwan misoomaa walakkaa waggaa gaggeessuu eegaluu ibsame.…
Abbootiin Gadaa Gujii marsaa 2ffaaf gareen Shanee karaa nagaan akka galaniif waamicha dabarsan
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Abbootiin Gadaa Gujii Marsaa 2ffaaf gareen shororkeesitoota Shanee Godina Gujii keessaatti nagaa booreessaa jiran karaa nagaan akka galaniif waamicha…
Hojiin rakkoo humna ibsaa magaalaa Hararii fi naannawaa ishee furu eegalame
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Hojiin rakkoo humna ibsaa magaalaa Hararii fi naannawaa ishee furu eegalamuu Humna Elektirikaa Ityoophiyaatti Oppireeshiniin daddabarsa sarara fi…
Diyaaspoorota gara naannoo Affaar deemaniif qophii baldhaan taasifameera-Mootummaa Naannoo Affaar
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Diyaaspoorota gara naannoo Affaar deemaniif qophii baldhaan taasifamuu Mootummaa Naannoo Affaar beeksiseera.
Hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Naannoo…
Nageenya keessummootaa eeguuf hunduu itti gaafatamummaa isaa ba’achuu qaba jedhame
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Nageenya diyaaspoorotaa fi keessummoota biroo gara Ityoophiyaa dhufanii akka eegamuuf hunduu itti gaafatamummaa isaa ba’achuu akka qabu ibsame.…
Hoggantoonni waldaa ogeeyyoota Seeraa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa iddoowwan waraanaa miidhaman…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Hoggantoonni fi hoji raawwachiiftoonni waldaa ogeeyyoota Seeraa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa FDRI naannolee Amaaraa fi Affariitti iddoowwan garee…
Sagantaan dandamachiisa bosonaa fi irra lafaa ifoome
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ministeerri Qonnaa, Inistiitiyuutii Misooma Magariisaa Idil Addunyaa fi dhaabbanni Tumsaa Idil Addunyaa Kooriyaa waloon hojiirra kan oolchan Sagantaan…