Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamuu ayyaana Fiichee Cambalaalaa irratti hirmaachuuf…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu ayyaana bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaa irratti hirmaachuuf…
Preezdaant Saahilawarq Daayreektara olaantuu Yuuniiseef waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Daayreektara olaantuu Yuuniiseef Kaatiriin Raasil waliin mari'ataniiru.
Daayreektarittiin Ityoophiyaatti…
Magaalaa Baahir Daariitti sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Magaalaa Baahir Daariitti sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa gaggeeffameera.
Sagantaan kun hawaasa musiliimaa magaalichaa fi naannawichaatti…
Amantaan nageenya malee sababa kamiiniyyuu madda walitti bu’iinsa ta’uu hin qabu-Yaa’ii Dhaabbilee…
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa amantaan nageenya malee sababa kamiiniyyuu madda walitti bu’iinsa ta’uu hin qabu jechuun ibsaniiru.
Yaa’iin…
Sagantaan saaqinsaa ‘Iid hanga Iid’ gara biyyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Sagantaan saaqinsaa ‘Iid hanga Iid’ gara biyyaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Sagantichi addabaabaayii Michummaatti gaggeeffamaa kan jiru.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 28 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Aarabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 28 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessa afur…
Magaalaa Hawaasaatti proojektoonni ijaarramaan xumuramuun eebbifaman
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedamoo proojektoota magaalaa Hawaasaatti ijaarramuun xumuraman eebbisiisaniiru.
Sirni eebbichaarratti…
Kaanaadaan Gaanfa Afrikaatti lammiilee hanqina nyaataan saaxilamaniif deeggarsa doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) –Mootummaan Kaanaadaa Gaanfa Afrikaatti lammiilee sababa hanqina nyaataa fi rakkoo adda addaaf saaxilamaniif deeggarsa doolaara miiliyoona 73 akka taasisuu…
MM Abiy Ahimad qonna boroo mooraa waajjirasaanii keessatti raawwatamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaama sochii qonna magaalaa keessaa tokko kan ta'e mooraa waajjira Muummee Ministiraa keessatti qonna boroo…
Dhaabbatichi Gaanfa Afrikaatti hongee qolachuuf kan oolu deeggarsa doolaara biiliyoona 1 taasisuuf…
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yaa’ii Jeneevaatti gaggeesseen Gaanfa Afrikaatti hongee qolachuuf kan oolu deeggarsa doolaara Ameerikaa biiliyoona 1…