Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri RIB miseensota raayyaa ittisaa ergama nageenya kabachiisuu idil addunyaarratti bobba’uun…
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota raayyaa ittisa biyyaa ergama nageenya kabachiisuu idil addunyaarratti bobba’uun gara biyyaa hin deebine…
Aanaa Daannootti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Daannootti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffameera.
Aanichatti qabeenya hawaasaa saamuu, lubbuu namootaa haala…
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa raawwii Baatii sagalii seektaroota isaaniif itti waamaman…
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa raawwii Baatii sagalii seektaroota isaaniif itti waamaman gamaggamaa jiraachuu ibsameera.
Koreewwan Dhaabbii Caffee…
Ityoo-Teeleekoom tajaajila Ashaam Teelee hojiirra oolchuu ifoomse
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Ityoo-Teeleekoom tajaajila Ashaam Teelee maallaqa walii dabarsuu hojiirra oolchuu ifoomseera.
Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Ityoo-Teeleekoom…
Ijaarsi daandii Aspaaltii Alii- Agaarfaa yeroo ammaa kana saffisaa jiraachuu himame
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Ijaarsi daandii Aspaaltii Alii- Agaarfaa yeroo ammaa kana saffisaa jiraachuu himameera.
Ijaarsi daandii konkriitii aspaaltii riqicha Waabee hanga…
Sagantaan maaddii qooddachuu tokkummaa, jaalalaa fi waliif yaaduu cimsuurratti kaayyeffate…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Mata duree “waliif qoodnee, wal deeggarree fi waliif yaadnee ni ceena” jedhuun Waajjira Kantiibaa magaalaa Finfinneetti sagantaan maaddii qooddachuu…
Sagantaan Afxiiraa daandirraa Magaalaa Adaamaatti geggeeffame
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Sagantaan Afxiiraa daandirraa Magaalaa Adaamaatti geggeeffameera.
Sagantichi bakka Kaantibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fi Abbootiin…
Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila moobayiliirraa % 70 hir’isuu beeksiseera.…
Godinichatti sassaabbii oomisha qamadii jallisii taasifameen lafa heektaara kuma 53rraa kuntaalli…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Bahaa aanaalee 10 keessatti sassaabbii oomisha qamadii jallisii taasifameen lafa heektaara kuma 53rraa kuntaalli miiliyoonni 2 ol argamuu…
Magaalaa Harariitti haleellaa boombii hoteela tokkorratti raawwateen shakkamtoonni to’atamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Harariitti haleellaa boombii hoteela tokkorratti raawwateen shakkamtoonni to’atamuu Komishiniin Poolisii naannoo Hararii beeksiseera.…