Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diyaaspoorota gara biyyaa dhufaniif eegumsi ga’aan kan taasifamu ta’uu humni nageenyaa waloo…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa gara biyyaa dhufaniif rakkoo nageenyaa tokko malee…
‘Duulli Tokkummaa Sabdaneessaa’ kayyoo isaa bifaa milkaa’een injifannoon…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- 'Duulli Tokkummaa Sabdaneessaa' kayyoo isaa bifaa milkaa’een injifannoo xumuruu isaa Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.
Ministirri Tajaajila…
Magaalaa Finfinneetti haaromsi eeyyama daldalaa baatii kana xumurama jedhame
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti haaromsi eeyyama daldalaa baatii Adoolessaa eegale baatii kana keessa kan xumuramuu ta’uu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee…
Gareen shororkeessichaa ajjeechaa jumlaa raawwate awwaalcha jumla 60 keessatti mooraa mana…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT ajjeechaa jumlaa raawwate awwaalcha jumla 60 fi awwalchota qeenxee keessatti mooraa mana barnootaa keessatti awwaalee baqachuu…
Magaalaa Adaamaatti ayyaana Qillee sababeeffachuun egzibiishinii fi agarsiisni daldalaa baname
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti ayyaana Qillee sababeeffachuun egzibiishinii fi agarsiisni daldalaa Qopheessummaa Federeeshiinii Dubartoota Naannoo Oromiyaatiin…
Bakkeewwan garee shororkeessitootaan miidhamaniif xiyyeeffannoon addaa ni kennama- Mana Maree Bakka…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Bakkeewwan garee shororkeessitootaan miidhamaniif xiyyeeffannoon addaa kennamee akka hojjetamu Walitti qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa obbo Salamoon…
Jimmaatti projektoonni Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 38 ijaaramaa jiran raawwii gaariirra…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti projektoonni Birrii miiliyoona dhibba 3fi miiliyoona 38 ijaaramaa jiran raawwii gaariirra jiraachuu ibsameera.
Magaalichatti…
Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate keessaa baatee imala guddinaashee itti fufteetti- Ambaasaaddara…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee mudate dandeettii mataa isheen keessaa baatee imala guddinaashee itti fufteetti jedhan Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Jiraattonni Magaalaa Adaamaa fayyadamoo gabaa ‘Oro Fresh’ ta’uu eegalan jedhame
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Jiraattonni Magaalaa Adaamaa fayyadamoo gabaa 'Oro Fresh' ta'uu eegaluu itti aanaa Kantiibaa magaalichaa Obbo Mahaammad himaniiru.
Qaala'insa gatii…
Aanaa Gola Odaatti lafti qonnaa hektaarri dhibbi 9 sanyii qamadii jallisiin uwwifame
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Godina Harargee Bahaa aanaa Gola Odaatti lafti qonnaa hektaarri dhibbi 9 sanyii qamadii jallisiin uwwifamuu ibsame.
Godinichatti qonna jallisee boneen…