Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Jimmaatti Qamadiin Jallisii Boneen faca’e Kombaayinaaraan sassabbamaa jira
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Qamadiin lafa hektaara 400 irratti faca’ee ture kombaayinaraan deggaramuun sassaabamaa jiraachuu ibsame.
Bulchiinsa…
Qopheessummaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaan sagantaan Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeesseera.
Sooma Ramadaanaa akkuma waaqayyoon ajajuun tokkummaa fi…
Bulchiinsi Magaalaa Baabbilee Ulamaa’ota magaalichaa 200 oliif sagantaa Afxiraa qopheesse
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Baatii Ramadaanaa sababeeffachuun Ulamaa'ota 200 oliif bulchiinsi magaalichaa sagantaa afxiraa qopheessera.
Ulamaa'ota kanneeniif sagantaa Afxiraa…
Ityoophiyaa fi Keeniyaan damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalan
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalaniiru.
Ministeera Kalaqaa fi Hojiitti Ministir deetaan damee…
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti hawaasa Musliimaaf sagantaan Afxiraa gaggeeffameera.
Bulchiinsa magaalaa Diree Dawaatti sagaantaan Afxiraa…
Magaalaa Finfinneetti ofiisaroonni seera kabachiisaan karaa seeraan alaa matta’aa fudhatan to’annaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa 7tti ofiisaroonni seera kabachiisaan ijaarsa manaa sababeeffachuun karaa seeraan alaa wayita matta’aa…
Biiroon Qonnaa Oromiyaa simbira girrisaa oomisha qamadii bonaa miidhu to’achuuf xiyyaara…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa simbira girrisaa oomisha qamadii bonaa miidhu to'achuuf, xiyyaara keemikaala biifu Afrikaa Bahaatti, Dhaabbata To'annoo Awwaannisa…
Aanaa Daallee Sadiitti hordoftoota amantaa Islaamaa sooma Ramadaanaarra jiraniif sagantaan afxiiraa…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa aanaa Daallee Sadiitti hordoftoonni amantii kiristaanaa garagaraarraa walitti dhufan, hordoftoota amantaa Islaamaa sooma…
Lammiileen gogaa horii of eeggannoon gabaaf akka dhiyeessan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Lammiileen wayita ayyaana Faasikaa fi Iidaal Faxiriitti qalma horii raawwatan gogaa of eeggannoon gabaaf dhiyeessuu akka qaban giddugallii qorannoo fi…
Biiroon Daldala Oromiyaa hanqinaalee meeshaalee bu’uraa furuuf dhiyeessii irratti hojjechaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Biiroon Daldala Oromiyaa hanqinaalee meeshaalee bu’uraa furuuf dhiyeessii irratti hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Biirichi hanqina meeshaalee bu’uraa…