Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti oppireeshinii qindaa’aa qamoleen nageenyaa gaggeessaniin namoonni 62 farra nageenyaan…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Kamaashiitti sakattoo fi oppireeshinii qindaa’aa qamoleen nageenyaa gaggeessaniin namoonni 62 farra nageenyaan…
Godina Wallagga Bahaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa waliin to’ataman
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa gosa adda addaa waliin to'atamuu ibsame.
Aanichaa…
Godinichatti hojiin qonna qamadii jallisii bonee % 94 ol misoomuu ibsame
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti lafa heektaara kuma 12 fi 788 irratti qamadii jallisii boneen misoomsuuf karoorfamee hanga yoonaatti lafti hektaarri kuma 12 fi 37…
Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsanme.
Godina Wallagga Lixaa Aanaalee Ganjii,…
Yuunvarsiitiin Haramaayaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa qorichaa taasise
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Haramaayaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa qorichaa Birrii miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5tti shallagamu taasiseera.
Yuunvarsiitichi…
Qonnaan Bultoonni Harargee Lixaa loltootaafi jeneraalota misooma Sululaat – Proofeesar Iyaasuu…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – ‘Qonnaan Bultoonni Harargee Lixaa loltootaafi Jeneraalota misooma Sululaati’ jedhan Ministir Deeetaan Ministeera Qonnaa Proofeesar Iyyaasuu Eeliyaas.…
Diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif filannoowwan Invastimantii qophaa’aniiru- Komishinii…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif filannoowwan Invastimantii qophaa’uu Komishinarri Komishinii Invastimantii aadde Lalisee Namee ibsan.
Baatiiwwan…
Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jira – TKM
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Mootummaan Marii…
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Bulchiinsii fi uummanni Magaalaa Dirree Dawaa naannoo Amaaraatti lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15…
Duula birmadummaa tokkummaa sabdaneessaa torbeewwan sadan darbaniif gaggeeffameen injifannoo…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT akka sodaa nageenyaa fi birmadummaa Ityoophiyaa irra deebiin hin taaneetti dhabamsiisuuf tarkaanfiin fudhatamu kan itti fufu…